EPISODE · Dec 8, 2024 · 43 MIN
S09 EP196 Toora Woggaa Kudhaaniif Murtii Male Darara Mana Hidhaa DARGU Keessat | 3/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Jaal Hayiiluun qophii kana gubbaatti: rakkoo hamtuu mana hidhaa keessaa of jiraachisuufii qalbii ofiis tasgabeessuuf bifa hidhamtoonni siyaasaa mana hidhaa keessatti tattaaffii godhaa turan Mana seeratti guyyaa tokko odoo hindhihaatiin torra woggaa kudhan guutuu erga mana hidhaa keessatti dararamee booda gad-lakkifamuu hidhaa bahee univaarsitiitti deebi'ee barnoota ofii xumuruuf yaalii inni godhe Mootummaan DARGU caccabuu isiitiifi seenaa baayyee nuun qooddata Marti keessanuu dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
S09 EP196 Toora Woggaa Kudhaaniif Murtii Male Darara Mana Hidhaa DARGU Keessat | 3/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.