EPISODE · Jan 3, 2021 · 34 MIN
S1. Ep.2. Fincila Warra Arabaa Waggaa Kudhaniin Duubatti fii Kufaati Wayyaane?
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- Siyaasaa Xobiyaa fii sossohiinsa qarree/qeerroo Oromorratti dhiibbaa maal fidee? - Qabsoon ummatni biyyoota Arabaa geggeessee fi gaggeessaa jiru maaliif milkaahuu dhabe? Maal irraa baratnaa? - Imaraat, Qatar fi biyyootni waahillan isaani tahan fincila ummataa kana keessaa qooda akkam jiraa qaban? - Turkiin Gaanfa Afriikaa fi Galaana Diima irratti qooda qabdu guddisuuf tarkaanfiin isiin fudhatte siyaasaa Xobiyaarrat dhiibbaa fidee? Xobiyaa fii Eritraa jidduu araarri shaffisaan akka argamu dirqisisee?
Embed this episode
NOW PLAYING
S1. Ep.2. Fincila Warra Arabaa Waggaa Kudhaniin Duubatti fii Kufaati Wayyaane?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.