EPISODE · Jun 4, 2021 · 59 MIN
S2.Ep20 Mootummoonni fii Humnoonni Adda Addaa Maaliif Iccitii Walii Karaa Subqunnamtiin Gadbaasuu?
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- "Iccitii" Kello Median baaseen eenyu faatu bu'aa argate/argachuuf deemaa? Eenyuutu miidhame/miidhamuuf deemaa? - Kaayyoon Kello Median woyta kana "iccitii" san gabaarraa olcheef maal tahuu malaa? - Subqunnamtiin mull'atni siyaasaa ittin masakame qulqullaahe hinbeekamne hujiin isaa amanamuu dandahaa? - Seenaa gabaabaa gaazeexoota keessaa warra ibidda lolaa Ameerikaa fii Ispaanyaa jidduut qabsiisan jadhame himamu - Dubbii "Mik Adra Massacre" jadhamtee afarfamtee keessat qooda "Amnesty International" fii subqunnamtii garagaraa...kkf
Embed this episode
Ready to play
S2.Ep20 Mootummoonni fii Humnoonni Adda Addaa Maaliif Iccitii Walii Karaa Subqunnamtiin Gadbaasuu?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.