EPISODE · Jun 18, 2021 · 1H 15M
S2.Ep22 Cidha Humna Ortomaaraa Deebisee Ijaaruuf Hojjataa Jiru
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- Humni Oromo bakka lamatti qoodame jira! Warra Ortomaaraa wajjin cidha qopheeffataa jiruufii warraa hidhaa - bosana jiru. - Oromoon marraa baayyee odoo lafti hinifiin maalif "nuu barihee! bilisoomne!" labsaa turte? Heger dogoggora akkanaarraa akkamiin of hambisuun dandahamaa? - Warra kamfaatu Oromiyaa qircaa godhachuuf, Oromo facaasuuf hiriira galee jira? - Balaa humni Ortomaaraa ummatoota indigenous tahanirraan dhaqqabsiisuuf qophaa jirurraa akkamiin of dandaman fi kkf
Embed this episode
NOW PLAYING
S2.Ep22 Cidha Humna Ortomaaraa Deebisee Ijaaruuf Hojjataa Jiru
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.