S2.Ep27. Satoshi Nakamoton Eenyu? CRYPTOCURRENCY - Kutaa 5 (Maayyii) episode artwork

EPISODE · Jul 23, 2021 · 3H 10M

S2.Ep27. Satoshi Nakamoton Eenyu? CRYPTOCURRENCY - Kutaa 5 (Maayyii)

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Sagantaa hardhaa keessatti: 1. Warra Bitcoin ummata ball'aat gadbaatee akka milkooftu qooda guddaa gumaachan keessaa: Martti Malmi, Gavin Andresen, Laszlo Hanec(pizza guy), Ross Ulbricht (Silkroad), fii Jed McCaleb (Mt.Gox) 2. Warra "Satoshi kan jadhamu ana!" ofiin jadhuufi  kan warri garii  "tarii abaluun kun Satoshi tahinna?" jachuun shakkan keessaa: Craig Wright, Dave kleiman, Debo J. E. Guido, Margaret Runchey fii Dorian Prentice Satoshi Nakamoto 3. Warra "lakki an Satoshi miti! " jadhee mormatu garuu ka gabaan ragaa walitti guurte  "Satoshi dhugaa" jattee heerragdu keessaa : Wei Dai, Adam Back, Nick Szabo, Len Sassaman fii Meredith L. Patterson, fii Hal Finney irraa ball'inaan dubbanne Bitcoin Network ijaaree Maqaa Satoshi Nakamoton kan gargaarmaa ture eenyu akka tahe ragaa wjjin dhiheessina

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Jul 23, 2021

Embed this episode

NOW PLAYING

S2.Ep27. Satoshi Nakamoton Eenyu? CRYPTOCURRENCY - Kutaa 5 (Maayyii)

0:00 3:10:02

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 3 hours and 10 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on July 23, 2021.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!