EPISODE · Aug 7, 2021 · 48 MIN
S2.Ep29 Aadaa Qawween Olaantummaa Mirkaneeffachuu
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- Ilaalchaafi Aadaan Irree fii loaalaan Olaantummaa mirkaneeffachuuf carraaquun yoom raawwataa? - Qabsoo Oromoo sadarkaa haarayaafii qaraa taheetti olguddachuurraa maaltu hanqise? - Oromoon qabsoo sabaa gaggeessurraa gama qabsoo biyyaa gaggeessuutti taakku qabaa? - Qubsumtiifi seenaan Oromoo ummatoota/saboota baayyee waajjin akka bifa hedduun walitti hidhata horatu taasisani jiran. Garu dhugaan kun waltajii siyaasa Oromo gubbaatti bakka gayaa argatee jiraa?
Embed this episode
NOW PLAYING
S2.Ep29 Aadaa Qawween Olaantummaa Mirkaneeffachuu
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.