EPISODE · Sep 4, 2021 · 1H 1M
S2.Ep33. Guduunfaa Hiikuun Dadhabame!?
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- Rakkoo HoA furuuf carraaqqiin haga hardhaa godhaman furmaata hinargamsiifne - Dhibeen HoA guddaan aadaa gari-gariifii qor-qalbii namaa keessa jiraattinnaa? - Balloo, dhibee fii furmaatni HoA seenaa warra abbaa lafaa keessa dhokatee jiraattinnaa? - Eenyuu ka yaroo mara "ka'i !" jadhamee biddatti darbamu; warra kamii ka ofii nagaan taa'ee ilmaan hiyyeeyyii lolatti bobbaasu? - The Wampum Prayer( Eebbaa Wampum) irraa xiqqoo dubbisna. Seenaan kun seenaa warra abbooti biyyaa Gaanfa Afrikaan bakka walfakkaatu qabaa laata? - The Gordian knot (Guduunfaa Gordian) Aleksaandertu hiike jadhama. Guduunfaa/xaxaa HoA hoo eenyutu hiikuuf jira?
Embed this episode
NOW PLAYING
S2.Ep33. Guduunfaa Hiikuun Dadhabame!?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.