EPISODE · Oct 31, 2021 · 39 MIN
S3. Ep39 Kandabrerraa Barachuun Ka As Deemaaf Hagam Qophooftanii Jirtan?
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- Waan yaroo gabaaba as deema isin mudaturra aanuuf maal karoorfattani jirtan? - Galii guddoo bira gahuuf maal malattanii lafaa qabdu? - Akka baroota dabranii san ka dhufee-dabraa maraaf harka dhahuu, shubbisuufi ragaduurraa dhaabbachuuf sammuu ofii qopheessitanii jirtu? - Gaangee warra aango qabatu mara jala kurkuruun "nu gahe!" jattani gaaraa murattanii?
Embed this episode
NOW PLAYING
S3. Ep39 Kandabrerraa Barachuun Ka As Deemaaf Hagam Qophooftanii Jirtan?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.