EPISODE · Feb 4, 2023 · 33 MIN
S6.Ep96. Dr. Abebe Diro Wajjin Marii Wahee "Cyber Security" Ilaalchisee Gadfageenyaan Gaggeessine - Kutaa 1ffaa
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Qophii Torban kanaaf; Saayintiisti Kompuutaraa kan tahe Dr Abbabaa Diroon muuyxanno dhuunfaa kan aduunyaa beekomsa ammayyaa keessatti argateefi wahee "Cyber Security, Cryptography, Space Security"-fi kkf irraatti gad-fageenyaan barnoota mishaa nuuf kennuuf waltajjii Ilmaormaa Podcast irratti marraa 2ffaaf argamee jira. Kanaaf, beekumsa gahaa hayyuu kanarraa oomishatuuf, Itti Dhihaadhaa !!
Embed this episode
NOW PLAYING
S6.Ep96. Dr. Abebe Diro Wajjin Marii Wahee "Cyber Security" Ilaalchisee Gadfageenyaan Gaggeessine - Kutaa 1ffaa
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.