SE08EP136 Kutaa Maayyii(5ffaa) Marii Dr Bayan Wojjin Gaggeessine episode artwork

EPISODE · Feb 3, 2024 · 1H 22M

SE08EP136 Kutaa Maayyii(5ffaa) Marii Dr Bayan Wojjin Gaggeessine

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Kurfii maayyii tana gubbaatti Dr Bayan seenaa nuun hirmaatu guduunfa. Qabxiilee; - Hariiroo(qunnamtii) ODF fi EPRDF jiraachaa ture - ODF biyya erga galee duubatti eessatti akka aanee - qabsoon bilisummaa Oromiyaa, "Oromo" callaarratti hundaahee itti fufuunsaa uummatoota hafan ifirraa achi hindhiibnee? - Sabarratti hundaahurraa gama mull'ata namoomarratti(univeral appeal) yookaan biyyarratti karoorfachuu - guddina aduunyaan bira dhaqqabde tun ijaarsi "State-nation state" jadhamee beekamu barri duubatti dhiisee ka biraa kutaa jiru hinfakkaatu Yaadaafii beekomsasaa if-qusannoo male nuun hirata. Dhihaadhaa!!

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Feb 3, 2024

Embed this episode

NOW PLAYING

SE08EP136 Kutaa Maayyii(5ffaa) Marii Dr Bayan Wojjin Gaggeessine

0:00 1:22:31

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 1 hour and 22 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on February 3, 2024.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!