EPISODE · Dec 8, 2024 · 40 MIN
SE09 EP 194 Jaal Haayiluu Gammadaa-Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABOn Gaggeefamaa Ture | 2/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Jaal Hayiiluun Kurfii tana keessatti: Dirqama ABO fudhachuun miseensoota magaaloota keessatti horachuuf carraaqqii godhamaa turan Hogganootaafi miseensootni ABO kan "Urban Wing" jalatti sossohaa turan DARGUn hidhaat guuruu Ofii Univaarsitii keessatti barataa ture keessa qabamee hidhaatti darbamuu fii woggoota dheeraa odoo mana murtiitti hindhihaatin hidhaa keessatti dararamuu jaallan fii qabsoowoota mirgaa kan saba adda addaa wojjin hidhaa keessatti dararamuu fii taateewwan akkaan hadhaawaa garuu seenaa keessatti gulantaa ol-aanaa qaban nuun qooddata Dhihaadhaa!
Embed this episode
Ready to play
SE09 EP 194 Jaal Haayiluu Gammadaa-Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABOn Gaggeefamaa Ture | 2/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.