EPISODE · Nov 28, 2024 · 25 MIN
SE09 EP159 Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABO J. Bayaan Kadir (Jaal Hundee) Wajjin | 1/6
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Gaaffii eessaa kaanee as-geenye quubsaan deebisuuf qooda isaanii akka nuuf gumaachan jaal Bayaan Kadir(Jaal Hundee) affeerree turtii dheertu wojjin gaggeessine. Kurfii duraa tana gubbaatti, isaaniifi jaallan isaanii falammii mirgaarraa qooda fudhachuu eessaa fii akkamiin akka jalqaban nuun qooddatu. Marti keessanu dhiihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE09 EP159 Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABO J. Bayaan Kadir (Jaal Hundee) Wajjin | 1/6
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.