EPISODE · Nov 9, 2024 · 31 MIN
SE09 EP181 Sheek Xaliileessaan Dirqamaaf Biyya Ollaat Bobbahuufi Taateewwan Hedduu | 6/10
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kurfii kana keessatti hogganoonni kan akka Jaal Nadhii, Diimaa Noogoo faa Kora Sabaa irraa qooda fudhachuuf biyya ollaarraa gama dirreetti woyta deebi'en waan isaan mudata Kora sabaa gaggeefachuufi Taateewwan haga kufaatii DERGU mumull'atan cufa Sheek Xaliileessaan bll'inaan nuun qooddatu. Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE09 EP181 Sheek Xaliileessaan Dirqamaaf Biyya Ollaat Bobbahuufi Taateewwan Hedduu | 6/10
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.