EPISODE · Nov 28, 2024 · 54 MIN
SE09 EP186 Jaal Dhugoomsaarraa Seenaa Eegallii Qabsoo Hidhannoo Dirree Bahaat | 1/7
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kurfii duraa tana gubbaatti Jaal Dhugoomsaan: ijoollummaan qabsoot makamuu Jaal Jaarraafii Elemoon hidhannoo biyyatti galchuun qabsoo jalqabuuf carraaqqii isan godhan Seenaa meeshaan waraana akkamiin Carcar seene Seenaa aallan torban qabsoo hidhannoo jalqaban Seenaa qondaaloonni Somalee Galbeed isaanitti makatan Ballinaan nuun qooddata Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE09 EP186 Jaal Dhugoomsaarraa Seenaa Eegallii Qabsoo Hidhannoo Dirree Bahaat | 1/7
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.