EPISODE · Nov 28, 2024 · 47 MIN
SE09 EP188 Seenaa Qabsoo Marsaa Lammaffaa Kan J. Jaarraan Hogganamu - Jaal Dhugoomsaarraa | 3/7
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kurfii kana jalatti: Haala dhaabbileen siyaasaa garagaraa kan akka IHAPA, MEISON, ICHAT naanno sanatti sossohaa turan Hogganoonni ABO warri magaala lakkise gama dirree dhufuu eegaluu Warri Somalee wajjin tures as-dacha'uu Barnootni siyaasaafii seenaa tartiiban kennamuu eegaluu Humna waraana tartiibaan ijaaruu Marii jila biyya alaatti bobbahu qopheessuu Gaaga'ama jaallan jiddutti mulla'ateefi faca'iinsa waraanaa J. Jaarraafii J. Leencoon walduraa duubaan gama Jabuutti deemuufi taateewwan qabsoo keessatti mull'atan heddu Jaal Dhugoomsaan nuun qooddata Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE09 EP188 Seenaa Qabsoo Marsaa Lammaffaa Kan J. Jaarraan Hogganamu - Jaal Dhugoomsaarraa | 3/7
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.