EPISODE · Nov 28, 2024 · 45 MIN
SE09 EP191 Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaarraa Seenaa Qabsoo ABOn durfamu Bara Mootummaa Cehumsaa | 5/7
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kurfii tana gubbaatti, jaal Dhugoomsaan : Sochii ABO woyta DARGUn jigu Jalqabumarraa kaasee TPLF wojjin wolitti gufatuun eegalamuusaa Hogganni gariin mootummaa Cehumsaa keessaa qooda fudhachuuf Shaggaritti ol-bobbahuu Waajira fulaa iddoo garagaraatti banachuu Filmaata gandaa gaggeefame wolitti bu'iinsi woyyaanee wojjin babballachuufi waajjiraaleen ABO cufamuu Koreen "liason" warra Eritiraa, warra Woyaane wojjin bakkayyuutti ijaaramu isaa Filmaata biyaaleessaan duraa humna gama mooratti galchuu Dirqamaan gama Godina Kibbaatti bobbahuusaa ABOn filmaataa fii mootummaa Cehumsaa keessaa bahuu Humni mooraa gad-dhiisee bahuu Mootummaa cehumsaa baanaan humni diinaa isaan adamsuu fii seenaa dheertu baayyeen nuun qooddata Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE09 EP191 Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaarraa Seenaa Qabsoo ABOn durfamu Bara Mootummaa Cehumsaa | 5/7
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.