EPISODE · Dec 8, 2024 · 1H 7M
SE09 EP197 Seenaa Qabsoo ABO Bara Mootummaa Cehumsaa - Jaal Haayiluu D. Gammadaa Wojjin | 5/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Jaal Haayiluun, kurfii kana keessatti: mootummaan DARGu jigdee ABOn magaalaa seenuu Dirqama dhaabaa fudhachuun barnoota adda-kutee qabsootti bobbahuu Caasaafii waajjira ABO Oromiyaa keessatti diriirsuuf bobbaa godhaman dhiibbaa Woyaaneen sochii ABO ugguruuf godhaa turte Jaarmayaalee fii woldaalee gara-garaa ABOn ummata keessatti ijaare Jila gar ABOn Mootummaa Cehumsaa dhiibamee baanaan Jaal Nadhii Gammadaa faa wojjin akkamiin akka dirreetti bobbahe Humna waraanaa barbaadanii itti makamuuf yaalii isaan godhaniifii taateewwan seena qabeessa heddu nuun qooddata. seenaa qabsoo erga ABOn mootummaa Cehumsaa keessaa dhiibamee bahee booda nuun qooddata. Hundi keessanu itti dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE09 EP197 Seenaa Qabsoo ABO Bara Mootummaa Cehumsaa - Jaal Haayiluu D. Gammadaa Wojjin | 5/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.