SE09 EP198 Seenaa Qabsoo Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Baafaamee Duubatti- J. Haayiluu Wojjin | 6/9  episode artwork

EPISODE · Dec 9, 2024 · 33 MIN

SE09 EP198 Seenaa Qabsoo Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Baafaamee Duubatti- J. Haayiluu Wojjin | 6/9

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Kurfii Kana keessatti, Jaal Haayiluun hojii bara Mootummaa Cehumsaa hojjataman kan akka: Jila Oromoo godinaalee Oromiyaa garagaraatti bobbaasuun ummata wolbarsiisuu Woldaan Macaa fii Tuulama deebi'ee akka ijaaramu carraaqqii gochuu, Ayyaana guddicha Odaa Bultumitti kabajameerratti jilaa hirmaachisuu Ummanni Oromoo kum-dhibbeen lakkaawamuu marra duraatiif Shaggaritti Alaabaa ABO qabachuun gad-bahee dura taa'aa ABO bifa dinqisiisaan simachuu, fi taateewwan heddu seena qabeessaa nuun qooddata. Dhihaadhaa!

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Dec 9, 2024

Embed this episode

NOW PLAYING

SE09 EP198 Seenaa Qabsoo Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Baafaamee Duubatti- J. Haayiluu Wojjin | 6/9

0:00 33:48

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 33 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on December 9, 2024.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!