EPISODE · Nov 30, 2024 · 46 MIN
SE09EP189 Jaal Haayilu: Seenaa Hogganoota ABO hidhaa DARGU keessatti Wareegaman-Gabaabsaan | 4/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Qophii addaa kana, Jaal Haayiluu D. Gammadaan seenaa qabsaa'oota bilisummaa Oromiyaa warra mana hidhaa DARGU keessatti cubbuun ajeefaman yaadachuuf akka nu gargaaruuf kurfeesse. Jaallan qaqqaali mirgaaf odoo qabsaa'an cubbuun ajeefamaniifi warra hidhaa keessatti gannoota dheeraaf murtii mana seeraan male dararaman mara haa yaadannu!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE09EP189 Jaal Haayilu: Seenaa Hogganoota ABO hidhaa DARGU keessatti Wareegaman-Gabaabsaan | 4/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.