EPISODE · Feb 5, 2025 · 1H 54M
SE10 EP209 Jaal Muktaar - Gaafan Du'ee Oromoon Seenaa Kiyya Hima Jadheen Eeggachaa Ture | 1/5
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Jaal Muktaar Muummeen Qophii duraa kana keessatti ball'inaan; - haala kamiin gama moora qabsoo bilisummaa Oromiyaa kan ABOn hogganamutti akka makame - haala yaroo san naannawa inne ture keessatti mumullataa turan irraa waan yaadatu - Dirree Bahaarraa akamiin dirqamaan gama Jiddu Galeessa Oromiyaatti akka bobbahan - seenaa jaallan qabsoo bilisummaa Jiddu Galeessa Oromiyaa keessatti finiisuuf bobbahaniifi taateewwan seenaa qabeessa heddu kan bara saniin nuun qooddata Cufti Keessanuu dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE10 EP209 Jaal Muktaar - Gaafan Du'ee Oromoon Seenaa Kiyya Hima Jadheen Eeggachaa Ture | 1/5
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.