EPISODE · Mar 30, 2025 · 1H 56M
SE10 EP219 Seenaa Qooda Hawwisoo Caffee Gadaa Qabsoo Bilisummaaf - J. Aanaa Bareentoo Irraa | 1/2
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Jaal Aaanaa Bareentoon kurfii duraa kana keessatti ;Jalqaba ijaaramuu Hawwisoo Caffee GadaaMiseensoota Hawwisoo Caffee GadaaBara Mootummaa Cehumsaa carraaqqii hawwisoon Caffee Gadaa ummataa fii WBO kakaasuufii dammaqasuuf taasiisaa turteMootummaa Cehumsaa keessaa ABOn dirqamee baafamnaan miseensoonni Hawwisoo gariin dirree qabsootti bobbahuuDirree qabsoorraa gama biyya ollaatti bobbaafamuuBiyyaa ollaa keessatti ummata dammqsuufii dhaabaaf galii argamsiisuuf qooda isaan gumaachan biyya ollaa keessa turuun ulfaannaan deebi'ani dirreetti bobbahuudirree qabsoo keessatti waan isaan mudateefii gidiraa keessa qaxxaammure mara nuun qooddataDhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE10 EP219 Seenaa Qooda Hawwisoo Caffee Gadaa Qabsoo Bilisummaaf - J. Aanaa Bareentoo Irraa | 1/2
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.