SE10 EP220 "Aadaakee Yoo Dhiifte, Adawwiin Sidhaala" -- Weellisaa Kadir Sa'iid | 2/2  episode artwork

EPISODE · Apr 6, 2025 · 2H 19M

SE10 EP220 "Aadaakee Yoo Dhiifte, Adawwiin Sidhaala" -- Weellisaa Kadir Sa'iid | 2/2

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Weellisaa jaalatamaan Kadiir Sa'iid kurfii lammaffaa fii kamaayyii kana keessatti, ijoollummaan gaafa loon tiksurraa kaasee haga Ameerikaa waltajjii Oromoo gubbaatti hujii qooqasaa miidhaagaa saniin dalagaa tureefii waggoota dheera kana keessatti mudannoo keessa dabre hunda takka-takkaan nuun qooddata. Kurfii kana keessatti,Qooda "artii"n Oromo aadaa, afaan, seenaa fii qabsoo Oromoo jiraachisuufii guddisuu keessatti qabduRakko Weellistootni Afaan Oromoon sirban sirna garagaraa keessatti dabarsanii fii hardhallee keessa jiranQooda Jaal Abdii Muhammad(Abdi Qophee) aadaa, "artii" fii Afaan Oromo guddisuu keessatti qabuYaadanno Weellisaa Usmaayyoo Muusaa fiiseenaa "artii" Oromoo fii taateewwan heddu kan bara dheeraa ball'inaan nuun qooddata.Dhihaadhaa!

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Apr 6, 2025

Embed this episode

NOW PLAYING

SE10 EP220 "Aadaakee Yoo Dhiifte, Adawwiin Sidhaala" -- Weellisaa Kadir Sa'iid | 2/2

0:00 2:19:36

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 2 hours and 19 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on April 6, 2025.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!