EPISODE · May 4, 2025 · 2H 2M
SE10 EP224 J. Atoomsaa - Ganamarraa Eegalee ABOn Iccitii fi Shakkii Warra Golaa Sakaalame | 1/4
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Seenaa Jaal Atoomsaa K. Roobaan nuun qooddate kurfii afuritti qoodeen qopheesse.Kurfii duraa kana keessatti, Jaal Atoomsaan seenaa qabsoo Godina Bahaa nuun qooddatu keessatti;Oromoota hedduu waliin biyya ollaatti bobbahuun leenjii fudhachuu fii achii ol-dacha'anii hidhannoo argachuu,leenjii fii hidhanno waliin Waraana Jaarraa, Mullisii fi Bobbaasaan hogganamaa turetti makamuu,ijaarsaafii caasaan dhaabaa iccitii tahuun hogganoota jaarmayaa ifaatti himamuu dhabuun rakko isiin uumtee fii walqoodimsa isiin uumte,qabsoo hidhannoo bara mootummaa DARGU gaggeefamaa ture,deemsa qabsoo hadhooftuu fi mudannoo gara-garaa kan haga kufaatii mootummaa DARGU fii mootummaa Ziyaad Baarree qabsaawootni keessa qaxxaamuranii fi seenaa kan biraa hedduu nuunqooddata.Dhihaadhaa!!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE10 EP224 J. Atoomsaa - Ganamarraa Eegalee ABOn Iccitii fi Shakkii Warra Golaa Sakaalame | 1/4
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.