SE10 EP226 "Ijoolleen Sikkoo-Mandoo Tokko Osoo Hinhafin Dhaaba keessaa Bahan" J. Atoomsaa | 3/4 episode artwork

EPISODE · May 11, 2025 · 2H 25M

SE10 EP226 "Ijoolleen Sikkoo-Mandoo Tokko Osoo Hinhafin Dhaaba keessaa Bahan" J. Atoomsaa | 3/4

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Kurfii Sadafaa kana keessatti, Jaal Atoomsaan;qooda inni ABO keessatti qabaataa ture,bifa kamiin leenjii fi ijaarsan waraana qindeessaa turan,erga biyya ambaa bahaanii boodatti waan isaan mudate,gargar caccabuu ABO,erga biyya Somaalee seenanin booda haala haarayaa dhaaba keessatti mumullachuu eegale,lola Baaydhaboo fii wareega ulfaataa kafalameeABOn maaliif Shaabiyaa waliin deebi'ee hariiroo tolfate? Akeekni Shaabiyaa maali?Eritiraa qubachuun maaltu hojjatame?maaliif miseensoonni gariin gara Eritiraatti, kaan moora baqataatti, gariin gama biyyaatti kaan ammo Moqadishootti akka hafan murteeffame,Wareegamuu Jaal Mull'is,ABOn gargar qoqqoodamuu,ijoolleen Sikko-Mandoo dhaaba keessaa yaa'uu,haala hogguu Eritiraarraa gama biyyaatti deebi'an ture,biyyatti erga deebi'ani waan isaan mudate fi Taateewwan heddu nuun qooddata.Dhihaadhaa!

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published May 11, 2025

Embed this episode

NOW PLAYING

SE10 EP226 "Ijoolleen Sikkoo-Mandoo Tokko Osoo Hinhafin Dhaaba keessaa Bahan" J. Atoomsaa | 3/4

0:00 2:25:27

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 2 hours and 25 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on May 11, 2025.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!