EPISODE · Mar 16, 2025 · 1H 17M
SE10EP216 Jaal Quubsaa Sabaarraa Seenaa Qabsoo ABOn Hogganamaa Ture | 1/3
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Jaal Quubsaa Sabaan kurfii duraa kana keessatti; seenaa haala jireenya ummata Oromoo naannoo inni keessatti dhalatee guddate seenaa fincila diddaa gabrummaa ummatni Oromoo naanno inni keessatti dhalatee guddate gageessaa turan carraaqqi isaafii waaheellan isaa qabsootti ida'amuuf godhaa turn haala gama biyyaa Somaalee isaan geesse taateewwan biyya Somaaliyaa keessatti isaan mudataniifiiseenaa hedduu kan biroolle nuun qooddataDhihaadhaa!!!
Embed this episode
NOW PLAYING
SE10EP216 Jaal Quubsaa Sabaarraa Seenaa Qabsoo ABOn Hogganamaa Ture | 1/3
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.