SE10EP218 J. Quubsaarraa Seenaa ABOn Dirree Qabsoo Lakkise Gama Biyyoota Ollaatti Taakkuu |3/3  episode artwork

EPISODE · Mar 26, 2025 · 1H 58M

SE10EP218 J. Quubsaarraa Seenaa ABOn Dirree Qabsoo Lakkise Gama Biyyoota Ollaatti Taakkuu |3/3

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Kurfii maayyii kana gubbaatti, Jaal Quubsaan Haala 1997 fii 1998 dirree qabsoo keessa ture Erga biyya ollaatti taakkanii boodatti waan isaan mudate seenaa Kora Hatatamaa biyya ollaatti hogguu gaggeefamu ture seenaa gama Eritiraa hogganni godaanuu waraanni Somaaleerra bobbahee akkamiin akka hoongahee J. Galaasaan fedhiisaatiin aangoo gadhiisuuf iyyata dhiheessuu Wareegama Jaal Mullis Gadaa Haala Jilaa fii Kora Sabaa 3ffaa Eritraa keessatti gaggeefaman keessatti mumullataa turee fii seenaa kan biroo hedduu nuun qooddataDhihaadhaa!

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Mar 26, 2025

Embed this episode

NOW PLAYING

SE10EP218 J. Quubsaarraa Seenaa ABOn Dirree Qabsoo Lakkise Gama Biyyoota Ollaatti Taakkuu |3/3

0:00 1:58:41

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 1 hour and 58 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on March 26, 2025.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!