SE3.Ep38  October guyyaa 31 haga November guyyaa 12 bara 2021 Idil-Aduunyaan Maaliif Magaalaa Glasgowt Walgeessi? episode artwork

EPISODE · Oct 24, 2021 · 1H 18M

SE3.Ep38 October guyyaa 31 haga November guyyaa 12 bara 2021 Idil-Aduunyaan Maaliif Magaalaa Glasgowt Walgeessi?

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

 Waan waggoota 30n dabaran marihatameefii murteeffameen addatti COP26 waan haarayaa kan aduunyaa furu maalfaa murteessuuf deemti?  Waahee "Global Warming" Qorachuufii marihaachuun yoom jalqabame? Eenyufaatu xurree saaqe?  COP1 haga COP25 waan jajjaboo maalfaa murteessan?  Dubbii "Global Warming" fii miidhama uumamaa(environmental degradation) falmuun yoom eegalame? Eenyufaatu adda durummaan qabsaahe? Walgahii Idil-Aduunyaa kan COP26 jadhamee ball'inaan himamaa jiru kanarratti eenyufaatu hirmaatuuf deemaa? Eenyufaatu irraa hafe?  Afrikaan walgahii kanarraa bu'aa maali argachuu malti?  Doolara Ameerikaa biliyuuna dhibba($100 billion) gumaachuuf warri waadaa seenee ture, barana wayi kennuuf jiraa? Warri dubbiin "Global Warming" dharaa(a hoax) jadhee mormu maal faa himataa?

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Oct 24, 2021

Embed this episode

NOW PLAYING

SE3.Ep38 October guyyaa 31 haga November guyyaa 12 bara 2021 Idil-Aduunyaan Maaliif Magaalaa Glasgowt Walgeessi?

0:00 1:18:57

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 1 hour and 18 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on October 24, 2021.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!