What are the requirements when moving interstate? - Yeroo kutaa biyyaa irraa gara kutaa biraatti sochootu waan si irraa eegamu. episode artwork

EPISODE · Aug 28, 2023 · 8 MIN

What are the requirements when moving interstate? - Yeroo kutaa biyyaa irraa gara kutaa biraatti sochootu waan si irraa eegamu.

from SBS Afaan Oromoo

Every year, hundreds of thousands of Australians relocate interstate for work, education, lifestyle, family, or better community support. As laws, regulations and service providers may differ around the country; a checklist can help your move go smoother. - Awustraaliyaa keessatti lakkoofsi namoota kutaa biyyaa jijjiirratanii dabalaa deemaa jira. Sababa barmootaa, akkaataa jireenyaa, maatii fi akkasumas deggersa hawaasaa wayyawaaf jecha wagga waggaan kumaatamatu kutaa biyyaa gidduu bakka jireenyaa jijjiirrata. Seerri, dambiiwwan fi tajaajila kennitootni akkaataa kutaa biyyaatti adda adda waan tahuu malaniif; hubattee itti deemuun kee jireenya sii laaffisa. Socho’uu keessan – teessoo itti jijjiirrattan, bankii, godina, naannoo ykn kutaa biyyaa itti jijjiirrattan, geejjiba, tajaajila kennitoota adda addaa fi qama mootummaatti beeksisuu dabaluu qaba.

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Aug 28, 2023

Embed this episode

Ready to play

What are the requirements when moving interstate? - Yeroo kutaa biyyaa irraa gara kutaa biraatti sochootu waan si irraa eegamu.

0:00 8:51

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of SBS Afaan Oromoo?

This episode is 8 minutes long.

When was this SBS Afaan Oromoo episode published?

This episode was published on August 28, 2023.

Can I download this SBS Afaan Oromoo episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!