EPISODE · Jul 24, 2024 · 11 MIN
What is road rage and how to deal with it? - Hoorisa daandii irraatti isin mudatu maal goodhtu?
from SBS Afaan Oromoo
Aggressive driving is a continuum of bad driving behaviours which increase crash risk and can escalate to road rage. People who engage in road rage may be liable for traffic offences in Australia, have their car insurance impacted and most importantly put their lives and those of others at risk. Learn about the expectations around safe, responsible driving and what to do when you or a loved one are involved in a road rage incident. - Aariin oofuun amala badaa konkolaachisummaa walitti fufiinsaan dhalatuu fi balaa konkolaataa uumu akkasumas hokkara karaa irraa dabalu dha. Namootni hokkora daandii irraa raawwatan Australia keessatti yakka traafikaatti gaafatamu, Insuraansii isaanii irratti dhiibbaa qabaata akkasumas balaa raawwataniin lubbuu isaanii fi kanneen biroos balaa irra buusu. Nagaan bahanii galuu kan namnuu eegu tahuu fi yoo isin ykn nami jaallattan tokko hoorisni daandii irraa mudate maal akka goodhtan barruun kun isin hubachiisa.
Embed this episode
Ready to play
What is road rage and how to deal with it? - Hoorisa daandii irraatti isin mudatu maal goodhtu?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.