PODCAST · news
SBS Afaan Oromoo
by SBS
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
-
231
#109 Talking about ageing parents (Med) - #109 Waa'ee maatii Dulloomaa jiran irraa dubbachuu(Giddu gala afaanii)
Learn English useful for talking about ageing parents and family responsibilities. Practise everyday phrases for describing challenges, offering help, and discussing how to support parents. - Waa'ee maatii dulloomaa jiranii fi dirqama maatummaa waliin dubbachuun jechoota haaraa isin fayyaduu malan barattu. Guyya guyyaatti jechoota ibsuuf nama rakkisan tokko tokko shaakaluu, kanneen akka gargaarsa gochuu, akkamitti akka gargaartan irraa dubbachuu kun kun hundi jechoota itti fayyadamtan irra deddeebitanii yoo shaakaltan afaan ni fooyyeffattu.
-
230
Tips to reduce petrol costs | Fuel in Focus - Gorsa baasii boba'aa hir'isuu| Xiyyeffatnoo Boba'aa- Australia Explained
Rising fuel prices are putting pressure on household budgets across Australia, and for many people, it’s changing the way they travel. So what can you do to reduce your fuel costs without giving up your daily routine? Here are some simple, practical ways to save money on petrol. - Gatiin boba’aa dabaluu isaatiin baajata maatii guutuu Australia irratti dhiibbaa uumuun, namoota baay’eedhaaf, akkaataa imala isaanii jijjiiraa jira. Kanaafuu, hojii guyyaa guyyaa keessan osoo hin dhiisin baasii boba’aa keessan hir’isuuf maal gochuu dandeessu? Karaaleen salphaa fi qabatamaa ta’an boba’aa irratti maallaqa qusachuuf gargaaran tokko tokko kunoo ti.
-
229
Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa : #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuu
Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuun jechoota shaakaluu dandeessu.
-
228
Australia’s unique wildlife: what makes it special and what’s at risk - Bineensota Bosonaa Austrlia: Maaltu adda godha balaan mudatuu malus maal
Australia is one of the most biodiverse places on Earth, home to wildlife and plant species found nowhere else on the planet. In this episode of Australia Explained you’ll learn about what makes Australia’s biodiversity so special, the threats it faces and how we can all help protect it. - Austraaliyaan iddoowwan lubbu qabeeyyii lafa kana irra jiran qabdu keessaa tokko yeroo taatu, bineensota bosonaa fi gosoota biqiltootaa lafa kana irratti bakka biraatti hin argamne of keessaa qabdi. Qophii Australia Ibsu jedhu har’aa keessatti waa’ee maaltu lubbu qabeeyyii Australia akkas adda godha kan jedhuu fi balaa isaan mudatuu malu irraa akkamitti hundi keenya tiksuu akka dandeenyu barattu.
-
227
#108 Talking about the cost of living - #108 Jireenyi mi'aa tahuu irraa dubbachuu
Learn English useful for talking about money, expenses, and financial pressure. Practise everyday phrases for describing rising costs, managing a budget, and explaining financial challenges. - Waa'ee qarshii, mi'aa jireenyaa fi dhiibbaa dinagdee jiru dubbachuun afaan Inglishii barbaachisoo tahan barattu. jechoota kanneen akka gatiin ol ka'uu, to'annaa maallaqaa fi maallaqa ilaalchisee dhiibbaalee adda addaa jiran irra deddeebitanii shaakaluun guyyaa guyyaatti waa barattu.
-
226
Thinking of a career change? Here are some tips and options to consider - Hojii jijjiirrachuu yaaddee beektaa? Australia keessa filatnowwan jiran-Australia Explained
Looking to step into a new career? You're not the only one, the stats suggest. No matter your age, background or whether English is your first language, a career change at some point is almost inevitable nowadays. In Australia, support is available to help you through the process. - Hojii haaraa tti seenuu barbaadduu? Yoo akkas tahe qophaa keessan miti; akka qorannoon mul'isutti. Umuriin kee, seenaan kee ykn Afaan Inglishii afaan kee isa jalqabaa ta’us, jijjiiramni hojii yeroo tokkotti yeroo ammaa kana waan hin oolle jechuun ni danda’ama. Australiakeessatti adeemsa kana keessa si gargaaruuf deeggarsi ni jira.
-
225
Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature (Med) - Dabala: #107 Bineensota Bosonaa Kununsuu | Waa''ee Bineensota fi uumamaa dubbachuu (Giddu gala afaanii)
Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature. - Shaakala dabalaa kana irraa marii dhaggeeffachuun afaan irraa barattu. Dabala shaakalaa #107 dura dabarsinetti kan fufu Bineensota Bosonaa kununsuu akkasumas waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu kan jedhu yoo caqastan caalaatti afaan fooyyeffattu.
-
224
How to buy Indigenous art and craft ethically in Australia - Akkaataa aartii fi hojii harkaa Abbootii Dachee Australia keessatti naamusaan bitannu- Australia Explained
Buying Aboriginal and Torres Strait Islander art can be meaningful, but how do you know if it's real and ethical? Fake art is still a problem in Australia, and protections are still developing. This guide helps you understand what to look for, what questions to ask, and where to buy safely. By choosing carefully, you can support First Nations artists and their communities. - Aartii Aboriginal fi Torres Strait Islander bitachuun hiika of danda'e qabaataa, garuu dhugaa fi naamusa qabeessa tahuu akkamitti beekta? Aartiin fakkeeffamee hojjetamu amma illee Australia keessatti rakkina tahee jira, akkasumas tiki barbaachisu amma illee irratti hojjetamaa jira. Qajeelfamni kun maal akka barbaaddu, gaaffii akkam akka gaafattuu fi eessaa akka nagahoomaan bitattu hubachuuf si gargaara. Of eeggannoodhaan filachuudhaan, artistoota Saboota Duraa fi hawaasa isaanii tumsuun ni danda’ama.
-
223
Have you considered a career in translating and interpreting? - Hojii Afaan hiikuu fi jijjiiruu hojjechuu yaaddee beektaa?
Have you ever considered using your bilingual skills to assist others? A career in translating and interpreting might be for you. In Australia you can train for a TAFE certificate all the way to Master’s degree prior to getting certified. In this episode we help you navigate the pathway to becoming a qualified practitioner. - Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektuu? Hojiin afaan hiikkaa fi barreeffama jijjiiruu tarii siif taha. Australia keessatti, TAFE irraa barattee certificate argachuu irraa haga Sadarkaa masterii barachuu dandeessa, ogummaa Kanaan gahaa taatee hojjechuuf.
-
222
#107 Protecting Wildlife | Talking about animals and nature (Med) - #107 Kununsa Bineensa Bosonaa |Waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu(giddu-gala afaanii)- Learn English
Learn useful English for talking about animals, nature, and protecting wildlife. Practise everyday phrases for discussing threats to animals, expressing concern, and describing the environment. - Waa'ee bomeemsptaa , uumamaa fi akkaataa itti bineensota bosonaa kununsan waliin dubbachuu afaan irra fooyyawe dubbattu. Dhiibbaa bineensota irra gahuu malu, yaaddoo keessanii fi dhimma kununsa naannoo waliin dubbachuun jechoota adda addaa shaakalaa. Qophii kana dhaggeeffachuun afaan inglishii keessan daran fooyyeffattu.
-
221
Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa
Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.
-
220
Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained
Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa keessatti ayyaana guddaatti ilaalama. Garuu amantii kam iyyuu yoo tahe, namoota baay’ee Australia keessaaf Ayyaanni Easter boqonnaa dheeraa dhuma torbee irratti argataniin wali hidhata. Sochiiwwan alaa fi walga’ii hawaasummaa wajjin wal qabatas, yeroo kanattis qophiilee alatti taasisamuufii wal argee hawaasumaatu heddummata. Manni barmootaas cufamaa tahuu isaa irraa kan ka’e, ijoolleen duudhaa aadaa isaanii fi kabajatnaa adda addaa maatii waliin hirmaachuuf carraa hedduu argatu. saanti beekuu qabdan kunoo ti.
-
219
Umruu 66tti boqotte- Barsiiftuu, guddistuu aartii Saboota Duraa adaadee Rhoda Roberts
SBS keessatti bakka guddaa kan Qabdu falmattuun mirga Abbootii Dachee dubartii Widjabul Wia-bal , Adaade Rhoda Roberts, uburii ishee wagga 66tti boqochuun dhaamsa kara karaa maatii dhaqqabaa jira. Bitootessa 21, dhibee irra tureen kan boqotte adaadee Rhoda Roberts Barreessituu, taatoo fi director taatee aartii agarsiisaa fi waltajjii fi akkasumas TV irrattis tajaajila kennaa kan turte jaalala guddaa qabduun bara 2016 badhaasa Order of Australia badhaafamteetti.
-
218
#106 Mmm or Hmm? Trying new and unusual food - #106 Nyaata haaraa ykn nyaattanii hin beekne yaaluu
Learn useful English for talking about unusual or strong flavours. Practise everyday phrases for reacting to new foods, sharing opinions, and encouraging someone to try something new. - Waa'ee nyaata nyaattanii hin beeknee ykn kan mi'aawinni isaa addaa irraa dubbachuun jechoota afaan Inglishii hedduu barattu. maqaa nyaata haaraa irraa dubbachuu, yaada wal jijjiiruun jechoota haaraa shaakalaa, akkasumas kaan waan haarawa yaalan jajjabeessaa.
-
217
Ps Amaanuel Akaakoo dhimma galma hawaasaa ijaaruu - Communtiy Activties
Kibba Melbourne keessatti galma hawaasaa ijaaruun barbaachisaa dha jedhnee kan walii galle, hirmaatnaa hawaasa keenyaa barbaadna jedha Pastor Amaanuel Akaakoo.
-
216
Shek Aburahman Mohammed- Dhaamsa Ramadan - Ramadan
Yeroo ammaa hawaasni keenya amantii Islaamaa hordofan soomana irra jiran.Shek Abdurahman Mohammed , Magaalaa Melbourne Australia keessaa kanneen Oromiyaa jiran dabalatee Ramadana nagaa fi fayyaan hawwa jedhan.
-
215
Think before you pack: Australia’s customs and biosecurity rules explained - Imalaaf utuu mi’a hin naqatin dura itti yaaduu: Seerri eegumsa nageenyaa Australia - Australia uexplained
Customs is generally the first point of contact for people entering Australia. Our Border Force Officers are there waiting. They ensure that we don’t bring in prohibited goods that could threaten Australia’s unique environment, economy and communities. Before you zip up your suitcase, here’s what you need to know about what can—and can’t—cross the border, and what’s at stake if biosecurity rules are ignored. - Bakki seensi daangaa biyyaa walumaagalatti namootni jalqaba yeroo Australia seenan keessa dabrani dha. Qondaalotni daangaa biyyaa Australia,(ABF) qophaawanii dandii irra jiru, meeshaalee dhorkamoo tahan biyya keessaa akka hin seensifne taasisuu irrattis xiyyeeffatu. Utuu imalaaf of hin qopheessin dura, waa tokko tokko gochuu dandeessuu fi hin dandeenye beekuu qabdutu jiran, waan daangaa biyyaa yeroo dabartutti beekuu qabdu kan yoo sirna nageenya biyyaa maal na dhibdeen deemtu tahe maaltu nama mudatuu mala kan jedhan qophii kana irraa barattu.
-
214
#105 Celebrating small wins at work - #105 Milkaa'ina bakka hojii jejachuu ykn kabjachuu
Learn useful English for talking about small wins at work. Practise phrases for celebrating achievements, staying motivated, and making progress step by step. - Waa'ee milkaa'ina bakka hojii xiqqoo iyyuu taatu kabajachuu irraa dubbachuun afaan Inglishii bu'a qabeessa barattu. Jechoota kanneen kabajachuu(celebrating), milkaa'ina (achievements,) jajjabina qabaachuu ( staying motivated), fi sadarkaa sadarkaan guddina agarsiisuu (progress step by step) jedhan kanneen shaakalaa.
-
213
How public and community housing works in Australia - Australia keessatti Mannee ummataa fi manneen hawaasaa akkamitti hojjeta -Australia Explained
In Australia, government-subsidised rental housing is available for eligible households. Assessment is based on need under criteria that vary depending on your state or territory. Here’s what to expect when applying for different types of housing assistance, some common myths around social housing and where to reach out for help. - Australia keessatti, manneen kiraa mootummaan deeggaramu maatii ulaagaa guutaniif ni argama. Madaalliin ulaagaalee naannoo ykn naannoo keessan irratti hundaa’uun garaagarummaa qaban jalatti fedhii irratti hundaa’a. Gargaarsa mana jireenyaa gosa adda addaa yeroo iyyattan maaltu eeggachuu akka qabdan, rakkoolee beekamoo naannoo mana jireenyaa hawaasummaa tokko tokkoo fi eessatti gargaarsa argachuu akka dandeessan kunoo ti.
-
212
More than style: How First Nations fashion is growing in Australia - Style irra caala: Fashinni Saboota Duraa Australia keessatti hagam guddataa jira- Australia Explained
If you’ve spent any time in Australia, you’ve probably noticed how relaxed the style is. You might notice activewear, surf brands and casual clothes everywhere. But there’s another side to Australian fashion. Aboriginal and Torres Strait Islander designers have been creating clothes and accessories for thousands of years — and that work is very much alive today. You’ll see it on runways, in global fashion campaigns and in everyday clothing. Find out what makes First Nations fashion different, how it connects to the environment and what you should be aware of if you want to wear it. - Australia keessa hagamiifuu jiraatte yoo tahe, akkaataan jireenyaa hagama bohaarsaa akka tahe hubattee taha. Bakkuma hundatti uffatni lagoo fi maqaa kampaanota beekamoo qaban, akkasumas kan guyya Guyyaa namni uffatus agartee taha. Garuu faashina Australia gama biraatu jira, kan namootni hedduu ,yeroo jalqabaa dhufan waa’ee isaa hin dhageenye. Akkaataan hojii uffataa fi faayaa adda addaa, kan Aboriginal fi Torres Strait Islander, waggoota kumaatamaaf hojjetanii ittis fayyadamaa turan- haga har’aa hojiin sun lubbuun jira. Dhaadessii faashinaa addunyaa irrattii fi, bakkewwan uffata adda addaa irratti kan agartu dha. Maaltu faashina Saboota Jalqabaa adda taasisa, naannoo waliin hariiroo akkam qaba, yoo illee uffachuu kan barbaaddu tahe dursa waan beekuu qabdutu jira.
-
211
#104 Talking about school exams | NAPLAN - #104 Waa'ee qormaata mana barumsaa dubbachuu | NAPLAN
Learn useful English for talking about school tests, studying, exam pressure, and when you do really well. - Afaan Inglishii isin fayyadu waliin dubbachuun waa'ee qormaata mana barumsaa haasawaa, keessattuu waa'ee qophii qormaataa, qormaatatti hagam jabaa akka taatan kkf waliin dubbachuun caalaatti afaan akka fooyyeffattan isin gargaara.
-
210
Aadde Silva Nazaretian- Leenjiin dargaggootaa faayidaa hawaasaaf(Youth Digital Mentor)
Keessummaan keenya har’aa adde Silva Nazaretian Dirkteera Enliven -dhaabbata tajaajilli hundumaaf jedhu ti. Silva Wagga 15 oliif nama ogummaa dietian(dhimma nyaata nagoomaa) ilaallatu irra hojjette, qorannoo adda aaddaa irrattis hirmaatte, ummattoota duubbee aada danuu irraa tahan waliin hojjechuutti muuxannoo dheeraa qabdi. Namoota beekumsaan hidhachiisuu irratti jabeessitee nama hojjettu. Namni waa tokko dhagahee, baratee, hubatee murtii ofii akka fudhatu waa’ee fayyaa irratti ni barsiifti, ni qajeelchiti, fayyaa ummataa yeroo jedhamu fedhii ishee guutuun irratti hojjetti.
-
209
Public transport in Australia: breaking down the basics - Geejjiba ummataa Australia keessaa : tokko tokkoon ilaalla- Australia Explained
Like in most countries, public transport in Australia is the cheapest way to get around. It includes trams, buses, trains and ferry services. And each state or territory has its own transport network. However, navigating Australia’s public transport system with ease requires knowing the basics around how it works and what to expect. - Akkuma biyyoota baayyee, geejibni ummataa Australia kan gatii salphaan bakka kahaniif itti gahan. Kanneen akka traamaa, busa, train, fi tajaajila biduruu dabalatee jechuu dha. Kutaan biyyaa fi naannoo mata mataatti sirna geejjibaa ofii qabu.Haa tahu malee, Akkaataa sirnii geejjiba ummataa Australia itti hojjetu baruuf wanneen bu'uura tahan beekuun akka inni itti hojjetuu fi maaltu akka eegamu beekuu gaafata.
-
208
Tajaajila kennitootaa fi hawaasa keenya wal agarsiisuu ture kaayyoon qophii keenyaa jedhu obbo Nasir Kaliil
Sanbata duraa dabre qophii odeeffatnoo hawaasaa qopheessaa jiran irratti laallee argatneen qopheessitoota qophichaa kan tahan keessummoota lama dubbisuun keenya ni yaadatama. Isaanis Obbo A/Salaam Alii fi Obbo Tafaayee Dafaa turan. Barbaachisummaa qophii kanaaf akkamitti akka deemuuf jedhu fi kkf bal'inaan ture kan ibsan. Har'a Obbo Naasir Kaliili itti baha qophii kanaa gaafatne ibsan.
-
207
How to recover from bushfires - Ibidda bosonaa irraa akkamiin dandamattan - Australia Explained
Australia’s hot, dry climate and unique landscapes make it one of the most bushfire-prone countries in the world. As climate change drives higher temperatures and drier conditions, we can expect more frequent and more intense bushfires in the future. But once the fire is out, how do you return home safely, find support, and look after yourself? - Australia qilleensa ho’aa, gogaa fi teessuma lafaa adda tahe qabaachuun biyyoota addunyaa keessaa kanneen heddumminaan abidda bosonaa qabaatan keessaa tokko ishee taasisa. Akkuma jijjiiramni qilleensaa ho’a qilleensaa gogaa tahee fi haala qilleensaa gubaa tahe argamsiisaa deemuun gara fuulduraaf abidda bosonaa yeroo hedduu qabaachuun kan nuti eegnu taha. Garuu erga abiddi dhaameen booda akkamiin nagaan gara qe’ee keetti deebita, gargaarsa akkamiin barbaaddatta, akkamiin of kees gargaarta?
-
206
Odeeffatnoo hawaasaaf barbaachisu qopheessaa jirra- ob. Tasfaayee Dafaa fi ob.A/Salaami Ali
Konferensii Odeeffantoo hawaasaa qopheessaa jirra kan jedhan qopheessitoota qophii kanaa namoota Lama dubbifne. Isaanis obbo Tasfaayee Dafaa fi Obbo A/Salaam Ali ti. Sanbatta duraa fuula keenya dura jiru, odeeffannoo hawaasa keenyaaf kan kennan qaamota tajaajila mootummaa tahan kanneen akka Service Victoria(dhimma Centrlink) waliin wal qabate akkasumas tajaajila adda addaa irraa kanneen argaman afeeramuu obbo Tasfaayee fi obbo A/Salaam aaf-gaaffii taasifneef keessatti ibsaniiru.
-
205
Your first steps to engaging with Indigenous Australians - Tarkaanfii kee jalqabaa Abootii Dachee Australia waliin waltti dhufeenya qabaachuu dha- Australia Explained
Connecting with Indigenous Australia can be daunting for a newcomer to the country. So, where do you start? We asked Yawuru woman Shannan Dodson, CEO of the Healing Foundation, about simple ways to engage with First Nations issues and people within your local community. - Abbootii Dachee Australia waliin hariiroo uummachuun namoota biyya kana haaraa dhufaniif rakkisaa tahuu ni mala. Kanaafuu eessa irraa jalqabu? Itti mataa (CEO) Bu’ureessituu Waliif Fayyinaa (Healing Foundation) Shannan Dodson, dubartii Yawuru karaa salphaadhaan, Saboota Jalqabaa naannoo isaanii jiraatan waliin hariiroo ummatan ibsiti.
-
204
Gather and celebrate: Talking over a BBQ (Med) - Walitti kottaa walii ayyaaneffadhaa: BBQ waliinii(giddu gala afaanii)-Learn English
Learn how to describe cooking at a barbecue. - Bakka BBQ yeroo deemtan akkaataa nyaata itti bilcheeffattan irraa dubbadhaa. Waliin dubbatnaan bakka akkasii afaan fooyyeffachuuf nama gargaara.
-
203
What actually happened on January 26? - Dhugumatti Amajjii 26 maaltu tahe? - Australia Explained
January 26 is one of the most debated dates in Australia’s history. Often described as the nation’s birthday, the day marks neither the formal founding of the colony nor the creation of the Commonwealth. Instead, it reflects a layered history shaped by colonisation, political decisions, and ongoing First Nations resistance. Understanding what actually happened on January 26 reveals why the date is experienced so differently across the country. - Amajjii 26 seenaa Australia keessatti guyyoota falmisiisaa ta’an keessaa isa tokko. Yeroo hedduu guyyaa dhalootaa sabaa jedhamee kan ibsamu guyyaan kun hundeeffamuu sirna koloniis ta’e uumamuu Commonwealth kan agarsiisu miti. iddoo isaa garuu, tartiiba seenaa koloneeffannaadhaan, murtii siyaasaa fi diddaa Saboota Duraa itti fufee jiruun bocamuu calaqqisiisa. Waan qabatamaan Amajjii 26 ta'e hubachuun guyyaan kun maaliif guutuu biyyattiitti keessatti haalli addaa akka callaqqisu mul'sa.
-
202
Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa
Oromo week , Kubbaa miilaa, uttaalchoo, fi taphoota adda addaa kan of keessatti qabu ture jedhu Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa. Tapha fi qophii guyyaa shaniif turee irratti gargaarsii fi deggersi hawaasa keenyaa keessattuu harmooliin dadhabbii tokkoon malee nu bira dhaabbatan, galata qabu jedhu Jamaal fi Amaan.
-
201
How to cater for your dietary restrictions - Allergy nyaataa ilaalchisee waan gochuu qabdan- Australia Explained
Australia is known as the allergy capital of the world. Our diverse population also means that we express our religious beliefs, ethics, health and personal choices through the food we eat. We called on some experts to help us navigate all the labelling, certifications and resources that can inform our food choices. - Austraaliyaan biyyatti gudditti Adduynaa irratti alarjiin beekamtu dha. Haguma ummanni biyyattii duubbee aadaa danuu irraa tahe namooti amantaa, naamusa jireenyaa, fedha fayyaa isaanii fi filatnoo dhuunfaa karaa nyaata isaanii mul’isu. Namootni waan nyaata irratti barreeffame ykn maxxanfame dubbisanii akka hubataniif ogeessitootni qajeelchaa qaban akka qoodan taasisneerra.
-
200
#102 Getting organised (Med) - #102 Qophaa'ummaa(giddu gala Afaanii) - Learn English
Learn practical English phrases for getting organised and managing daily tasks, including planning ahead, meeting deadlines, and staying on top of responsibilities. - Dursanii karoorfachuu, yerootti hojii raawwachuuu fi mata duree itti gaafatamummaa marihachuu irratti of qabuu kkf dabaltee hojii hedduu guyya guyyaa qophaa'ummaa barbaadu kan ibsan jechoota qabatamoo afaan Inglishii baradhaa.
-
199
What are Australia’s fishing laws and rules? - Qurxummii qabuu ilaalchisee seerri fi duudhaan Australia maal? - Australia Explained
Thinking of going fishing in Australia? Make sure you are familiar with local regulations, including licensing systems, closed seasons, size limits, permitted gear, and protected species. - Australia keessatti yaada qurxummii qabachuu deemuu qabduu? Ehama argachuu fi yeroo naannichi itti cufamu, guddina qurxummii qabamuu, meeshaa ehamamu fi kununsa qurxummii dabalatee seera naannoo beekuu keessan mirkaneeffadhaa.
-
198
Bonus Practice: #101 Having a laugh (Med) - Itti dabala : #101 Kofluu(giddu gala afaanii) - Learn English
Practise speaking the dialogue from episode #101 Having a laugh (Med) - Qophii dabretti dabala #101 dhaggeeffadhaa, waliin dubbatnaa shaakaltuu. Waliin dubbannaa kana caqasuu keessatti hedduu afaan fooyyeffattu. Qophiin kun caalaatti kan kaayyeffate namootni haasawa namoota gara garaa gidduu deemuu kana dhaggeeffachuun jechoota haaraa, akkaataa itti waa dubbatanii fi gaafatan irraa baratu.
-
197
How to cope during a heatwave in Australia - Yeroo Labooba ho'aa Australia keessaa akkamiin dandamattu - Australia Explained
Summer in Australia can be very hot, and as our climate continues to warm, heatwaves are expected to become more frequent and more intense. In this episode of Australia Explained, we cover what a heatwave is, why they pose such a significant risk to human health, who is at most risk, and how to best prepare to cope with a heatwave. - Bonni Australiaa keessatti hedduu ho’aa ta’uu kan danda’u yoo ta’u, qilleensi keenya ho’uu itti fufee waan jiruuf, laboobi ho'aa baayyee fi cimaa ta’a jedhamee eegama. Qophii Australia ibsuu jedhu kana keessatti, laboobi ho’aa maal akka ta’e, maaliif fayyaa namaa irratti balaa guddaa akka geessisan, eenyutu balaa guddaa kanaaf saaxilamuu akka malu, akkasumas akkamitti akka gaariitti labooba ho’aa kana irraa dandamachuuf qophaa’uu akka danda’amu ilaalla.
-
196
#101 Having a laugh (Med) - #101 Kofluu ( giddu gala afaanii) - Learn English
Learn how to talk about things that make you laugh. Practise phrases that help you share stories, react to jokes, and enjoy conversations more. - Wanneen nama kofalchiisan irraa dubbachuun kofluu fi bhaaruu. Jechoota qophii kana keessatti dhageessan shaakaluun seenaa ofii ykn qoosaa walii qooduun waliin dubbannaa gaarii qabaadhaa. Waliin haasawa akkasii keessa afaan inglishiis fooyyeffachuuf gargaara.
-
195
From black tie to casual: How to decode dress codes - Sirna uffatnaa yeroo yaamichaa - Australia Explained
You’ve received an invitation that reads “Dress code: Cocktail attire”. What is this ‘code’? And more importantly, what will you wear? In this episode, we demystify the most common dress codes so that you can feel comfortable at any event. - Waamicha waamamtanii dress code ykn gosti uffatnaa: Coktail attire”jedha. Kodiin ykn gosti kun maal? Irra caalaatti iyyuu ammo maal uffachuu qabdan? Uffatnaan aadaa keenya akka jirutti tahee, mee seera uffannaa hedduu beekamoo tahan ibsuu yaalla, qophicha irratti of qopheessitanii akka deemtaniif.
-
194
Relax and enjoy: Talking about movies - SBS LearnEnglish Bashannanaa gammadaa: Waa'ee Movie irraa dubbachuu- Learn english
Learn useful phrases to talk about movies and going to the cinema. - Hiriyoota keessan waliin yeroo boqonnaatti mana cinema deemtanii movie ilaaluun bohaaruu dandeessu. Yeroo waliin bashannantanitti jechoota afaan inglishee baruu qabdan hedduu barattu.
-
193
From Mabo to modern Australia: the ongoing story of native title - Seenaa abbummaa dachee itti fufee jiruuf Maboo irraa gara Australia ammayyooftee- Auatralia Explained
Australia is known around the world for its rich and diverse First Nations cultures. But when it comes to native title and land rights, you might still wonder what they actually mean. Discover what native title means in Australia, how it began with the Mabo Case, what the Native Title Act does, and why it matters for all Australians. - Biyyi Australia aadaa Saboota Jalqabaa badhaadhaa fi adda adda qabaachuun addunyaa guutuutti beekamti. Garuu gara abbummaa dachee fi mirga Dachee gaafa ilaallu, amma illee hiikaa isaa akka ati gaafattu si taasisa. Egaa abbummaan dachee maal? Akkamiin dhimma Maboo waliin eegale? Seerri abbummaa dachee maal hojjeta, akkasumas maaliif lammiilee Australia hundaaf barbaachisaa tahe?
-
192
Bonus Practice: #100 More or less? Talking about quantities - SBS Learn English: #100 Caaluu moo xiqqaa? Waa'ee lakkoofsaa heddummachuu dubbanna
Practise speaking the dialogue from episode #100 More or less? Talking about quantities - Wal mormii haasawaa , dabala shaakalaa qophii #100 irratti dabre irraa dubbannaa shaakaltu. Caaluu moo xiqqaa? jechuun wal gaafachuun waa'ee lakkoofsaan heddummachuu dubbanna
-
191
A parent’s guide to help teens adjust to social media age restrictions - Uggurrii midiyaa hawaasaatti akka madaqan qajeelfama maatiin ittiin ijoollee gargaaran - Australia Explained
Australia is restricting access to social media accounts for under-16s, and many families are wondering what it means in practice. While the rules place responsibility on tech platforms rather than young people or their parents, the changes may still create stress for teens who rely on social media to stay connected. Find out how the ban will work, why connection still matters, and how experts suggest supporting young people through the transition. - Austraaliyaan daa’imman umuriin isaanii waggaa 16 gadii akkaawuntii miidiyaa hawaasaa akka hin fayyadamne daangeessaa kan jirtu yoo ta’u, maatiin hedduun qabatamaan maal jechuu akka ta’e gaafachaa jiru. Seerri kun itti gaafatamummaa dargaggoota ykn warra isaanii osoo hin taane waltajjiiwwan teeknooloojii irra kaa'a. Jijjiiramni kun amma illee dargaggoota umrii kurnanii keessa jiran kanneen miidiyaa hawaasaa irratti hirkatanii walitti dhufeenya qabaachuuf dhiphina uumuu danda'a. Uggurri kun akkamitti akka hojjetu, walitti hidhamiinsi amma illee maaliif akka barbaachisaa ta’ee fi ogeeyyiin akkamitti dargaggoota ce’umsa kanaan akka deeggaran yaada kennantu ibsama.
-
190
#100 More or less? Talking about quantities - SBS Learn English Bonus #100 Caaluu moo xiqqaa? Waa'ee lakkoofsaa heddummachuu dubbanna
Learn how to talk about amounts and quantities in everyday English. - Afaan Inglishii guyya guyyaa dubbannu keessatti waa'e heddumminaa ykn waa lakkoofsaan ol ka'uu ykn xiqqaa tahuu irraa dubbachuun afaan fooyyeffachuu danda'ama.
-
189
How to plan for your child’s financial future in Australia - Egeree Ijoollee keessanii Australia keessattiif akkamiin qabaa maallaqaa karoorfattu - Australia Explained
Financial planning can feel stressful for any parent. When it comes to saving for your child’s future, knowing your options helps make informed decisions. And teaching your kid healthy money habits can be part of the process. - Maallaqa irratti karoora baafachuun maatii kamiifuu dhiphisaa tahuu danda'a. Egeree ijoollee keessaniif maallaqa ol kaa'uf, filannoolee jiran beektanii murteeffachuun dansa. Ijoollee keessanis qusii maallaqaa barsiisuun adeemsuma kana keessa waan jiraa ti.
-
188
Indigenous sport in Australia: Identity, culture and legacy - Spoortii Abbootii Dachee Australia keessatti: Eenyummaa, aadaa fi duudhaa - Australia Explained
Indigenous Australian athletes have long inspired the nation, uniting communities and shaping our identity. Olympian Kyle Vander-Kuyp and Matildas goalkeeper Lydia Williams are two such Indigenous athletes that have shaped our national identity. Their stories show the power of sport to foster inclusion, equality, and pride for future generations. - Atileetonni Abbootii Dachee Australia yeroo dheeraaf saba kakaasuun hawaasa tokkoomsuu fi eenyummaa keenya karaa qabsiisuu keessatti gahee taphataniiru. Namni olompkikii Kyle Vander -Kuyp fi gooli eegduun garee Matildas Lydia Williams lameenuu namoota ajaa’’iboo eenyummaa biyyaalessaa keenya mulísan. Seenaan isaanii humni spoortii, hammatamummaa, walqixxummaa fi ofiin boonuu dhaloota egeree keessatti akka inni uumu agarsiisa.
-
187
Understanding treaty in Australia: What First Nations people want you to know - Walii galtee Australia keessaattii hubachuu: Sabooti jalqabaa maal akka ati bartuuf barbaadu- AE
Australia is home to the world’s oldest living cultures, yet remains one of the few countries without a national treaty recognising its First Peoples. This means there has never been a broad agreement about sharing the land, resources, or decision-making power - a gap many see as unfinished business. Find out what treaty really means — how it differs from land rights and native title, and why it matters. - Austraaliyaan, mana ummattoota Aboriginal fi Torres Strait Islander, kanneen adduyaa irrattitti aadaa itti fufiinsa qabu durii qabanii dha, amma iyyuu akkuma biyyoota tokko tokkoo walii galtee biyyaalessa ummata ishee jalqabaaf beekamtii hin kennini jirti. Kana jechuun dhimma dachee, qabeenya, murtii-kennuu fi aangoo ilaalchisee- waliigaltee bal'aan tasuma tahee hin beeku- namootni hir'ina kana daldala hin xumuramin jedhanii yaamu. Mee waliigaltee dhugumatti maal jechuu dha- akkamiin mirga dachee fi abbaa qabeenyummaa irraa akkamiin adda taha, maaliifis barbaachisee bal'inaan ibsina.
-
186
#99 Saying ‘No’ to alcohol - #99 Dhugaatii alkoolii Toobbachuu
Learn polite ways to refuse a drink in English. Discover useful expressions for taking it slow, sitting one out or explaining you're on a permanent dry spell. - Karaa nama hin gaddisiifnee fi safuu qabuun akkamiin dhugaatii alkoolii diduu akka dandeessan afaan Inglishiin baradhaa. Akkaataa itti of ibsitan fakkeenyaaf suuta jechuu ykn hirmaachuu akka hin barbaadne ykn akeeka dhaabbataa akka qabdan himuu yoo fedhtan qophii kana caqasuun irraa barattu.
-
185
Aadaa bareedaa qabnu jabeeffachuuf dirqama qabna jedhti Ade. Fayinee Qaabatoo - Dhimma Oromoo
Qophiin keenya SBS Afaan Oromoo irraa torbee Roobii karaa podcast isin dhaqqabu keessummaa qabatee isinii dhihaateera. Keessummaan keenya har’a Aadde Faynee Qabatoo ti. Ani maatii baayyee of biraa yoon qabaadhe illee, walitti dhufeenyi dubartootaa addatti ammoo guyyaa shanan kiyya irratti na bira dhaabbachuutti gammachuu addaatu natti dhagahame jedhti. Aadaa keenya kana itti fufsiisuufis dirqama qabna jedhti aadde Fayineen.
-
184
How to donate blood in Australia - Australia keessatti akkamiin dhiiga arjoomta - Australia Explained
Each time you donate blood, you can save up to three lives. In Australia, we rely on strangers to donate blood voluntarily, so it’s a truly generous and selfless act. This ensures that it’s free when you need it—but it also means we need people from all backgrounds to donate whenever they can. Here’s how you can help boost Australia’s precious blood supply. - Yeruma dhiiga arjoomtu, lubbuu sadii oolchuu dandeessa. Australia keessatti namootuma of-kenninsaan dhiiga arjooman irratti hirkatna. Dhugumatti, arjummaa fi namaaf yaaduu dha. kun yeroo ati dhiiga barbaaddu tola argachuu kee illee dhugoomsa- garuu ummata aadaa hunda irraa tahan yeroo fedhetti akka dhiiga arjooman barbaadna. Dhiheessii dhiigaa Australia akkamiin akka ol kaaftan irratti dubbatna.
-
183
#97 Complimenting someone’s style (Med) - #97 Akkaataa nama Jajachuu (giddu-galeessa Afaanii)
Learn how to talk about fashion, and how to compliment someone in English, perfect for parties and cultural events. - Waaée fashionii, akkasumas nama tokko akkaaaa afaan Inglishiin itti jejan waliin dubbannaa kana irraa baratama, keessattuu yeroo qophii bashannanaa fi qophii aadaafaa irratti akkaataa waliin dubbannaa barattu.
-
182
Australia’s Indigenous education gap and the way forward - Barmoota Abbootii Dachee ilaalchisee qaawwaa jiruu fi maaltu tahuu akka qabu
Education is a pathway to opportunity, but for too long, Indigenous students in Australia have faced barriers to success. While challenges remain, positive change is happening. In this episode we’ll hear from Indigenous education experts and students about what’s working, why cultural education matters and how Indigenous and Western knowledge can come together to benefit all students. - Barmootni daandii carraatti nama ceesisu, garuu ammo yeroo dheeraadhaaf, barattootni Abbootii Dachee Australia milkaa’uuf danqaaleen isaan mudataniiru. Utuma rakkooleen jiranii jijjiiramnis tahaa jira. Qophii kana keessatti , ogeessa barmootaa Abbootii Dachee fi barattoota irraa, maaltu tahaa jiraa fi maaliif barmootni aadaa barbaachisu akkasumas beekumsi Abbootii Dachee fi warra dhihiaa yoo walii wajjin hojjete barattoota hunda akkamiin fayyada kan jedhu irraa dhageenya.
We're indexing this podcast's transcripts for the first time — this can take a minute or two. We'll show results as soon as they're ready.
No matches for "" in this podcast's transcripts.
No topics indexed yet for this podcast.
Loading reviews...
Loading similar podcasts...