ILMAORMAA cover art

All Episodes

ILMAORMAA — 289 episodes

#
Title
1

Ep.293 Iiraan Warra Ameerika, Israa'eel, Imaraati, Sa'udiyaafi Kuweet Irra Aante Fakkaata - AMMAAF | 8 Apr 2026

2

Ep. 292 Warri Ameerikaa, Lola Amantii(Faith War) Gaggeessaa Jirraa, Masaraa Keessaa Lallaban | 5 Apr 2026

3

Ep. 291 "Muummeen Kaayyoo Keenyaa, Wol-dhaqiinsa" Jadhu Warri Lola Eegale. Eenyutu Dhugeeffataan? | 1 Apr 2026

4

Ep.290 Ameerikaa-Isra'eel Araba Wojjin Gamtaan Itti Duulanii Cabsuu Dadhabanii - Ammaaf? | 28 Mar 2026

5

Ep .289 Olola Mootummaan Haayila Silaasee, Mootummaa Musliimoota Jimmaa Diiguuf Ofaa Ture keessaa | 25 Mar 2026

6

Ep. 288 Mootiin Itoophiyaa "Duula Hormuuz Bansiisuuf Humna Bahaaraafi Komaandoo Erguuf Qophii"Jadhe | 22 Mar 2026

7

Ep. 287 Intalaa Hiikaa Takbiiraa(Allahu Akbar !Jachuun) Himaa Jiruu, Duubaan Boombiini Dhuka'e | 14 Mar 2026

8

Ep. 286 Hiriirri Siyaasaafi Amantii Walitti Makamaa Jira Fakkaata | 7 Mar 2026

9

Ep. 285 Haga Sirni Haaraa Dhaabbatutti Wolbarabadeessurraa Aduunyaan Kan Walqusattu Hinfakkaattu | 28 Feb 2026

10

Ep. 284 Warri Dhihaa Bifa Haaraan Aduunyaa Koloneeffachuuf Waltajjiit Ol-bahee Wal-waammate | 21 Feb 2026

11

Ep. 283 Maaltu Deemaa Ture? | 14 Feb 2026

12

Ep. 282 Epstein "Kaayyoon Biraanuu Naggaa Shiftummaa Yoo Tahe Biran Jiraa"n Sun Maayyii Eessa Aante ? | 7 Feb 2026

13

Ep. 281 Maaliif Isra'eel-Arabni Rakkoo Dullattii Isaan Jidduu Jirtu Gama Gaanfa Afriikaatti Fidan? | 31 Jan 2026

14

Ep. 280 Warri Gaanfa Afriikaa Gartuu Arabaa Lama Jalatti Adda-Qoodamee Daaraa Wolijjuuf Deemaa? | 24 Jan 2026

15

Ep. 279 Ambi Maal Walitti Dhaamaa Jira? | Kutaa 3ffaa | Breakneck: China's Quest to Engineer the Future | 21 Jan 2026

16

Ep. 278 Warri Arabaa Gaanfa Afrikaa Jeeqaa Jirti Fakkaata | 17 January 2026)

17

Ep. 277 Kutaa 2ffaa| Ambi Maal Walitti Dhaamaa Jira? |AI Automation & War :The Rise of Military-Tech Complex | 14 Jan 2026

18

Ep. 276 Sa'uudi Arabiyaan Warra Imaraatii Irreen Yamaan Keessaa Tumtee Ariite | 10 Jan 2026

19

Ep. 275 Ambi Maal Walitti Dhaamaa Jira? | Kutaa 1ffaa | The Importance of Being Educable A New Theory | 4 Jan 2026

20

Ep. 274 Qabsoo Mirgaaf Gaggeefamu Hogganuun Jiruu Dhaabbataa (profession) Tahuu Hinqabu | 5 Dec 2025

21

Ep. 273 Aduunyaa Shaffisaan Jijjiiramaa Jiruu Faana Kaachuuf Ijibbaata Gochuutu Irra Woyyinnaa? | 28 Nov 2025

22

Ep. 272 Xurree/Mala Haaraa Barbaaduutti Hagam Bobbaana? | 22 Nov 2025

23

Ep. 271 Tohaannoo Abbootii Qabeenyaa Ormaa Jalatti Filmaatni Dantaa Eenyuu Tiksuuf Gaggeeffamaa? | 14 Nov 2025

24

Ep. 270 Biyya Tujaaroota Aduunyaan Weeraramaa Jirtu Keessatti Ummatni Akkamiin Ofdandamaa?

25

Ep. 269 Biyya Jaarmayaaleen Siyaasaa Ummata Keessaa hinmaddinetti, Filmaata Maaliitu Gaggeeffama? | 31 Oct 2025

26

Ep. 268 Warri Imaraatiis Afriikaa Qircaturratti Hirmaataa Jiran Moo Akkamii? | Kutaa 3 | 24 Oct 2025

27

Ep. 267 Warri Imaraatii Yoom - Maaliif Dantaa Biyyoota Biraatti Harka Naquu Eegalte? | Kutaa 2 | 20 Oct 2025

28

Ep. 266 Mootummaan Imaraatii Maaliif Gama Itoophiyaa Fuulleeffatte? | Kutaa 1 | 17 Oct 2025

29

Ep. 265 Mootummaa Imaraatii Jalatti Dahatuun Mootummaa Itoophiyaa, Biyya Eessaan Dhaqaan? | 10 Oct 2025

30

Ep. 264 Siyaasaa Dulloomee-Shamee Barri Itti Dabre "Shaabiyaa", "Woyyaanee"fi FAANNO Waliin Dhama'a

31

Ep.263 Siyaasaan Itiyophiyaa Akka Keniyaa Moo Halayyaa Somaliyaafi Suudaan(Kaabaafi Kibba) Of Darbanitti Qaariyaa Jira?

32

Ep. 262 Oromoon Hidhaa Sammuu Cabsuun Seenaa Xobiyaafi Kan Gaanfa Afrikaas Qajeelfataa Jira

33

Ep. 261 Gaanfi Afrikaa Dachii Sanyyiin Ilmanamaa Cufti Irratti Walgahe, Garuu Marti Wolwaakkata

34

Ep. 260 Ummatni Hiyyeessi Mirgas -Biyyas Hinqabu

35

Ep. 259 Aduunyaa Shaffisaan Jijjiiramaa Jirtu Faana Kaatuun Yoo Dadhabame, Aduun Namatti Dhiiti

36

Ep. 258 Injinaar Qorichoo, Hayyu Duree HTO, " Biyyi Sun Kufaatii Hamaatti Deemaa Jirti " | 1/1

37

Ep. 257 Korri "Kufaatii Abiyyiin Booda" Sirna Ijaaramurratti Marihate Karoora Akkam Jiraan Gadbahe?

38

Ep. 256 "የኦሮሙማ መንግሥት - Mootummaa Oromo" Kan Jadhamee Hamatamufi Himamu Dhugoomsuuf Ragaan Jira?!

39

Ep. 255 Mormituun ብልፅግና Ajandaa Diinagdee Dalagaa Heddummeessee Hiyyummaa Xiqqeessu Kam Harkaa Qabdi?

40

Ep. 254 Bara 2025 Keessatti Gartuun Oromoo Ertiraafi Woyyaaneen Woldhaqee Lola Yoo Seenuu Bu'aan Eenyuuf?

41

Ep. 253 Yesriba Abdulhalim Irraa Seenaa Maatii Al-Faqi Ahmed Umer fi Xariiqaa Tijjaaniyyaa | 1/1

42

Ep. 252 Aangoorra Turuuf Nama Isa Tinn'isu Barbaada; Kaanis Nama Naannoosaa Amana - J. Ahmed | 2/2

43

Ep. 251 J. Ahmed Ajmal -1960ta Keessa Maqaa Oromoon Somaaliyaa Keessatti Kan Sossohu Hinturre | 1/2

44

Ep. 250 Ob. Jawad Abbaabiyyaa Abbaabor - Itti ukkaamsii Qabii- Mee Haabahuu | 3/3

45

Ep. 249 Qissaa Sulxaan Abbaajoobir Xilyaanii Deemuun Mussoliniin Walarguusaani - Obb. Jawad | 2/3

46

Ep. 248 Abbaa Joobiriin Mootii Tahurraa Eenyutu Hoongeesse? Ob. Jawad Abbaabiyyaarraa | 1/3

47

Ep. 247 Dhiira Bobbaasnes-Galchinees. Bilisummaa Keenyaaf Jacha Muka,Qocaafi Karkarroo Nyaanne |1/1

48

Ep. 246 Bilisummaa Oromiyaaf Warraaquurraa Bilisummaa Oromoo Qofaaf Qabsaahuun Nun'sakaallee ? |9/9

49

Ep. 245 "Amma Booda Qabsoon Oromoo Karaa Booleen Malee Karaan Baalee Hinjirtu " L. L. | 8/9

50

Ep. 244 Bara Mootummaa Cehumsaa(Chaartaraa) Qaamni Murteessaan ABO Leencuma Lataa Qofa Turee? | 7/9

51

Ep. 243 Rakkoo Jaallan Maadhee Shaggar Turte Jidduutti Argame furuuf Namni Dirreerraa Ergame | 6/9

52

Ep. 242 "Qabsoon Oromoo Han Keessaa Bahuu, Qaweedhaan Odoo Hintaane Qabsoo Gitaatiin" | 5/9

53

Ep. 241 Qawwee, Boombii fi Rasaasa "Saamunaa Nawu" Jannee Makiinaatti Feenee Baaleetti Ergine | 4/9

54

Ep. 240 "Gaallinyaa" Mana Barnootaa Keessatti Dubbachuun Dhorkaa Ture - Adabni Dhaanicha | 3/9

55

Ep. 239 J. Woldee- Ijoollee Herrega, Waayaadachuufi Maldhahuufaa Akkamiin Akka Barsiisaa Turan | 2/9

56

Ep. 238 Jiruu-Jireenyi Warra Tuulama Waggaa 80 Duraa Arsii Keessatti Akkas Ture -J. Woldee | 1/9

57

Ep. 237 J. Abdiisaa - Bobbaa Biyyoota Ollaa Keessatti IBSO Jalatti Gaggeessaa Ture | 2/2

58

Ep. 236 J. Abdiisaa - Seenaa Salaalee fi Qabsoo IBSO Jalatti Biyya Keessatti Gaggeessaa Ture | 1/2

59

Ep. 235 Injinaar Qorichoo : Jiruu -Jireenyi Ganda Warra Tuulamaa Arsii Keessatti Akkam Ture? | 1/1

60

Ep234 "Wolqixxee, Wolfixxe! " Jadha J. Magarsaan Waahee Gartuulee ABO keessaa Hoggu Yaadatu | 4/4

61

Ep233 Jaal Magarsaarraa Faca'iinsa Chaartaraan Boodaa fi Bobbaa Biyyoota Ollaa Keessatti | 3/4

62

Ep232 Jaal Magarsaa - Warri ABO "Ilmaan Abbaa Lafaati" Jachaa DARGUUn Ummatatti Himaa Ture | 2/4

63

Ep231 J. Magarsaa Ibsaa - " ABOn...Isinuu ajjeessanii, Takkaahuu Qawwee isinirraa Fudhatani" | 1/4

64

EP230 J. Guysaa Galmoo Wajjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Godina Bahaa Keessatti Gaggeeffame | 1/1

65

Ep.229 Jaal Abbaabiyyyaa Abbaajabal Wajjin Seenaa Sabboonummaa fi Hawaasa Naannoo Jimmaa | 1/1

66

SE10 EP228 J. Kamal - Silaa Hogganni Dursee Karoorfate, Hamma Gimbiit Numa Dhuunfanna ture | 1/1

67

SE10EP227 "Hoggana Kana Jalatti Gargar Caccabuu Malee ABOn Hinguddanne " -- J. Atoomsaa | 4/4

68

SE10 EP226 "Ijoolleen Sikkoo-Mandoo Tokko Osoo Hinhafin Dhaaba keessaa Bahan" J. Atoomsaa | 3/4

69

SE10 EP225 J. Atoomsaa Roobaa - "Waraana Toora Kuma Kudhashan Kaampii Sadiitti Galchine" | 2/4

70

SE10 EP224 J. Atoomsaa - Ganamarraa Eegalee ABOn Iccitii fi Shakkii Warra Golaa Sakaalame | 1/4

71

SE10 Ep223 Jaal Bohaarsituu Obsaa - Qooda Artiistootaa Qabsoo Keessatti | 1/1

72

SE 10 Ep222 Seenaa Qabsoo Bilisummaa ABOn Hogganamaa Ture J. Bobbaasaa Gadaarraa | 1/1

73

SE10 EP221 Jaal Tigist Ayyaano - Seenaa WBO fi Dubartootaa Dirree Dhihaa Keessatti | 1/1

74

SE10 EP220 "Aadaakee Yoo Dhiifte, Adawwiin Sidhaala" -- Weellisaa Kadir Sa'iid | 2/2

75

SE10 EP219 Seenaa Qooda Hawwisoo Caffee Gadaa Qabsoo Bilisummaaf - J. Aanaa Bareentoo Irraa | 1/2

76

SE10EP218 J. Quubsaarraa Seenaa ABOn Dirree Qabsoo Lakkise Gama Biyyoota Ollaatti Taakkuu |3/3

77

SE10 EP217 Seenaa Qabsoo Bara DARGU ABOn Gaggeeffamaa Ture- Jaal Quubsaa Sabaarraa | 2/3

78

SE10EP216 Jaal Quubsaa Sabaarraa Seenaa Qabsoo ABOn Hogganamaa Ture | 1/3

79

SE10 EP215 Jaal Gammachiiftu-Qooda Miseensoota Hawwisoo Caffee Gadaa Ollaafi Diree Keessatti | 2/2

80

SE10 EP 214 Jaal Gammachiiftu Urfoo Irraa Seenaa Hawwisoo Caffee Gadaa Qabsoof Gumaachite | 1/2

81

SE10 EP213 Seenaa Qabsoo ABO Waajjira Yaman Jalatti Gaggeefamaa Ture - Jaal Muktaar Wojjin | 5/5

82

SE10 EP212 Jaal Muktaar- Seenaa Qabsoo Biyyaa Ollaa Keessatti ABOn Gaggeeffamaa Turte || 4/5

83

SE10 EP211 Jaal Muktaar - ABOn Maallaqa Bara Cehumsaa Walitti Guuree San Garam Geesse? | 3/5

84

SE10 EP210 Jaal Muktaar - Lubbuun Ninbahaa Hinseene - Hidhaa Maakalaawwii fii Karchallee | 2/5

85

SE10 EP209 Jaal Muktaar - Gaafan Du'ee Oromoon Seenaa Kiyya Hima Jadheen Eeggachaa Ture | 1/5

86

SE10 EP 208 "Qabsoon Oromo Lafa Ofduuba Deebi'uu Hindandeenya Gahee Jira - Jaal Dhugaasaa | 6/6

87

SE10 EP207 Odoo Kora Hatatamaa Hingaggeesine ABOn Ni Diigama Ture - J. Dhugaasaa Bakakkoo | 5/6

88

SE10 EP206 Duulli "Qabsoo Hidhannoo Haalagannuu" Lafa Jalaan Oofamaa Ture - J. Dhugaasaa | 4/6

89

SE10 EP205 Waan Finfinnetti Deemaa Ture Nuti Murtiisaa Keessaa Hinqabnu -Jaal Dhugaasaa | 3/6

90

SE10 EP 204 Marii Jaal Dhugaasaa Wojjjin Gaggeessine [2/6]

91

SE10 EP203 Marii Jaal Dhugaasaa Bakakkoo Wajjin Gaggeessine [1/6]

92

SE10 EP 202 Marii Jaal W. Hundee Hurrisoo Wojjin

93

Guduunfaa Marsaa 9ffaa fii Dhaadheessa Marsaa 10ffaa

94

SE09 EP201 Jaal Haayiluu wajjin Turtii Maayii | 9/9

95

SE09 EP200 Jaal Haayiluurraa Qabsoofi Jiruu Biyya Ambaa | 8/9

96

SE09 EP199 Jaal Haayiluurraa Seenaa Qabsoofii Haala Qabsaa'oota Keeniyaa keessatti | 7/9

97

SE09 EP198 Seenaa Qabsoo Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Baafaamee Duubatti- J. Haayiluu Wojjin | 6/9

98

SE09 EP197 Seenaa Qabsoo ABO Bara Mootummaa Cehumsaa - Jaal Haayiluu D. Gammadaa Wojjin | 5/9

99

S09 EP196 Toora Woggaa Kudhaaniif Murtii Male Darara Mana Hidhaa DARGU Keessat | 3/9

100

SE09 EP 194 Jaal Haayiluu Gammadaa-Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABOn Gaggeefamaa Ture | 2/9

101

SE09 EP193 Jaal Haayiluu Gammadaa Waliin Seenaa Jiruu Oromiyaa Ijoolummaa Ofiirraa Kaasuun | 1/9

102

SE09EP189 Jaal Haayilu: Seenaa Hogganoota ABO hidhaa DARGU keessatti Wareegaman-Gabaabsaan | 4/9

103

SE09 EP159 Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABO J. Bayaan Kadir (Jaal Hundee) Wajjin | 1/6

104

SE09 EP162 Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa Jaal Bayaan Kadir Woliin | 3/6

105

SE09 EP195 Hogganni Amantii, Abbootiin Gadaafii Hayyoonni, Humna Oromo Walitti Hidhuun Amma | 7/7

106

SE09 EP165 Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa J. Bayaan Wojjin | 4/6

107

SE09 EP167 Eessaa Kaanee asgeenye? Seenaa Qabsoo Bilisummaa, Jaal Bayaan Kadir Wojjin | 5/6

108

SE09 EP169 Essaa Kaanee Asgeenye?Jaal Bayaan Irraa Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa | 6/6

109

SE08 EP157 Seenaa Qabsoo Hidhannoo Jalqabaa - Abbaa Anaajinaa Wojjin | 5/5

110

SE09 EP192 Seenaa Qabsoo ABOn Erga Mootummaa Cehumsaa Dhiibame Baheen Boodat Gaggeefame | 6/7

111

SE09 EP191 Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaarraa Seenaa Qabsoo ABOn durfamu Bara Mootummaa Cehumsaa | 5/7

112

SE09 EP190 Seenaa Qabsoo Erga Jaarraafii Leencoon Dirree Dhiisanii Deemani Haga Kufaati DARGU |4/7

113

SE09 EP188 Seenaa Qabsoo Marsaa Lammaffaa Kan J. Jaarraan Hogganamu - Jaal Dhugoomsaarraa | 3/7

114

SE09 EP187 Seenaa Lola Jalqabaa Haroo Raabaat Gaggeefame J. Dhugoomsaarraa | 2/7

115

SE09 EP186 Jaal Dhugoomsaarraa Seenaa Eegallii Qabsoo Hidhannoo Dirree Bahaat | 1/7

116

SE08 EP141 Seenaa Jalqaba Qabsoo Hidhannoo- Abbaa Anaajinaa Wojjin | 4/5

117

SE08 EP140 Seenaa Jalqaba Qabsoo Hidhannoo - Abbaa Anaajinaa Wajjin | 3/5

118

SE08 EP139 Seenaa Qabsoo Bilisummaa- Abbaa Anaajinaa Wojjin | 2/5

119

SE08 EP138 Turtii Abbaa Anaajinaa Wajjin | 1/5

120

SE09 EP185 Kurfii Maayyii: Deebii Sheek Xaliileessaan Gaaffiilee Gaggabaabduuf laatan | 10/10

121

SE09 EP184 Gaaffiilee tokko-tokko Sheek Xaliileessaa Wojjin | 9/10

122

SE09 EP183 Sheek Xaliileessaan Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Bahee Biyya Ollaat Bobbahan | 8/10

123

SE09 EP182 Sheek Xaliileessaa Wajjin Seenaa Qabsoo Bara Mootummaa Cehumsaa Gaggeefame | 7/10

124

SE09 EP181 Sheek Xaliileessaan Dirqamaaf Biyya Ollaat Bobbahuufi Taateewwan Hedduu | 6/10

125

SE09 EP179 Sheek Xaliileessa Wojjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa 1980ta | 5/10

126

SE09 EP178 Dhaamsa Fuudhani Dirreetti Hogguu Deebi'aan Waan Sheek Xaliileessaa Mudatan | 4/10

127

SE09 EP177 Sheek Xaliileessaa Irraa Seenaa Jalqaba Qabsoo Hidhannoo ABO Jalatti | 3/10

128

SE09 EP175 Sheek Xaliileessaa Wojjin Eessaa Kaanee Asgeenye? Seenaa Qabsoo Bilisummaa | 2/10

129

SE09 EP173 Sheek Xaliileessaa Qumbii Wajjin "Eessaa Kaanee Asgeenyee?" Seenaa Qabsoo | 1/10

130

SE09 EP160 Eessaa Kaanee As-geenye? Jaal Bayaan Kadir Wojjin | 2/6

131

SE09 EP161 ከወንድም ቡቼ ዮጎ ጋር ስለ ሲዳማ ሕዝብና ባህል አጭር ውይይት ክፍል 1/3

132

Dhaadheessa Marsaa 9ffaa(season 9 trailer)

133

Guduunfaa Marsaa(season 08)

134

SE08 EP156 Yaada Dhuunfaa Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 15ffaa fi Turtii Maayyii

135

SE08 EP155 Yaada Dhuunfaa, Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 14ffaa

136

SE08 EP154 Jaal Nagarii Fayyisaa: Seenaa Qabsoo Bara Mootummaa Cehumsaa (Chaartaraa) - Kutaa 13ffaa

137

SE08 EP153 Jaal Nagarii Fayyisaa:"Eessaa Kaanee Asgeenye?" Hidhaafi Ajeechaa - Kutaa 12ffaa

138

SE08 EP152 Jaal Nagarii Fayyisaa: " Eessaa Kaanee As-geenye?" Seena Dargiin ICHAT (ABO) Iraattti Duule Banteefi Waan Qabsaawoota Mudate Kutaa 11ffaa

139

SE08 EP151 Jaal Nagarii Fayyisaa:"Eessaa Kaanee Asgeenye?" Qabsoo ABO fi ICHAT jalatti-Kutaa 10ffaa

140

SE08 EP149 Jaal Nagarii Fayyisaa: " Eessaa Kaanee As-geenye?" Gumaacha Dhaloota Sadaffaa-Kutaa 8ffaa

141

SE08 EP148 Jaal Nagarii Fayyisaa: " Eessaa Kaanee Asgeenye?" Sochii barattoota Oromo -Kutaa7ffaa

142

SE08 EP147 Jaal Nagarii: "Eessaa kaanee, as-geenye?" - Qooda Dhaloota Sadaffaa - Kutaa 6ffaa

143

SE08 EP146 Jaal Nagarii: "Eessaa kaanee, asgeenye?" Qooda Dhaloota Tokkoffaafi Lammaffaa -Kutaa 5ffaa

144

SE08 EP145 Jaal Nagarii Fayyisaa : " Eessaa Kaanee Asgeenye?" Gumaacha Dhaloota Hangafaa - Kutaa 4ffaa

145

SE08 EP144 Jaal Nagarii Fayyisaa, "Eessaa Kaanee Asgeenye?" Qooda Dhaloota Sadii - Kutaa 3ffaa

146

SE08EP137 - Turtii Sintaayyoo Alamaayyoo- Haadha Warraa Taayyee Danda'aa Wojjin

147

SE08EP136 Kutaa Maayyii(5ffaa) Marii Dr Bayan Wojjin Gaggeessine

148

SE08EP135 Itti Fufa Conversation Dr. Bayyaan Wajjin Gaggeessine - Kutaa 4ffaa

149

SE08 EP134 Turtii Dr. Bayan Asoba Wojjin- kutaa 3ffaa

150

SE08 EP133 Turtii Dr. Bayan Asoba Wojjin Goone- Kutaa 2ffaa

151

SE08 EP132 Turtii Dr. Bayan Asoba Wojjin Goone- Kutaa 1ffaa

152

SE08 EP131 Jaal AbbaaBiyyaa Wajjin Seenaa Qabsoo ABOn Gaggeeffame-Kutaa Maayyii

153

SE08 EP130 Jaal AbbaaBiyyaa Waliin Seenaa Qabsoo ABOn Hogganamaa ture -Kutaa 6ffaa

154

SE08EP129. Jaal AbbaaBiyyaa Waliin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa Kan ABOn Hogganamaa Ture-Kutaa 5ffaa

155

SE08EP128 Jaal AbbaaBiyyaa Wajjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABOn Gaggeefame-Kutaa 4ffaa

156

SE08EP127 Jaal Abbaabiyyaa Roobaa Wojjin-kutaa 3ffaa

157

SE08 EP126. Jaal AbbaaBiyyaa Roobaa Wojjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa kan ABOn Hogganamaa Ture- Kutaa 2ffaa

158

S08 EP125 Jaal AbbaaBiyyaa Roobaa Wojjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa kan ABOn Gaggeefame - Kutaa 1ffaa

159

SE08 EP122. Marii Dr Naomy Muktar Wojjin Gaggeessine - Kutaa Maayyii

160

SE08EP121 Marii Dr. Naomy Muktar Wojjin Gaggeessine

161

SE8EP119. Obbo Halakhe Ganyu Wajjin Waahee Fayyaa Sammuu - Kutaa Maayyii

162

SE8EP118. Halakhe Ganyu Wajjin Marii Waahee Fayyaa Sammuu - Kutaa Duraa

163

SE8EP117 AbbaaDuraa Wajjin Seenaa "Qeyi Shibbir" Gibee Gamatti - Kutaa Maayyii

164

SE8EP116. Obb. AbbaaDuraa Wojjin Seenaa Warraaqsa 1974 fi "Qayyi Shibbir" Jimmaatti - Kutaa Duraa

165

SE Trailer

166

SE7EP115. Guduunfaa Marsaa 7ssoo - Kutaa 2

167

SE7EP115. Guduunfaa Marsaa 7ssoo - Kutaa 1

168

S7.EP114 Hayyū Sēnāfi Ādā Obb. Nasir Kalil Wajjin Turti Marrā 2ffā

169

SE7.EP113 Marī Ādā fi Sēnā Warra Orma(Kenya) Qērrō Hussen Bonayyā Wojjin

170

SE7 EP112. Hayyū Sēnāfi Ādā Jāl Abbādurā Wojjin Wāhē Warra Oromiyā Shanan Gibē Marī Gaggēssine Kutā Māyyī(4ffā)

171

SE7 EP111. Marī Hayyū Sēnāfi Ādā Jāl Abbādurā Wojjin Wāhē Warra Oromiyā Shanan Gibē Gaggēssine Kutā 3ffā

172

SE7. EP110 Marī Jāl A. Abbādurā Wajjin Gaggēssine Kutā 2ffā

173

SE7. EP109 Marī Ādā Warra Oromiyā Shanan Gibē Jāl A. Abbādurā Wojjin Gaggēssine Kutā 1ffā

174

SE7 EP108 Fati Abbāmaccā Wojjin Hāsā Wāhē Warra Oromiyā Shanan Gibē Gaggēssine Kutā 2ffā

175

SE7 EP107 J. Fati Abbāmaccā Wajjin Hāsā Wāhē Warra Oromiyā Shanan Gibē Gaggēssine Kutā 1ffā

176

SE7 EP106 Hayyū Baditti Abbājifār Wojjin Marī Wāhē Warra Oromiyā Shanan Gibē

177

SE7. EP105 J. Abdīsā Wolīn Marī Wāhē Warra Oromiyā Salālē Gaggēssine Kutā 3ffā(māyyī)

178

SE7. EP104 J. Abdīsā Wajjin Marī Wāhē Warra Oromiyā Salālē Gaggēssine Kutā 2ffā

179

S7. EP.103 J. Abdīsā Wajjin Marī Wāhē Warra Oromiyā Salālē Gaggēssine Kutā 1ffā.

180

SE.7 EP.102 Marii Hayyuu Hawaasaa-Seenaa-Aadaa Obb. Buttaa Dafii Wajjin Gaggeessine Kutaa 2ffaa(Maayyii)

181

SE7. EP.101 Marii Hayyuu Hawaasa-Seenaa-Aadaa Obb. Buttaa Dafii Wajjin Gaggeessine

182

SE7. EP.100 Obboo Nasir Kaliil, Hayyuu Seenaa, Wajjin Marii Gaggeessine Kutaa 2ffaa

183

SE7. EP99. Marii Hayyuu Seenaa Nasir Kalilil Wajjin Gaggeessine

184

Dhaadheessa Eegalamuu Marsaa 7ffaa(Season 7)

185

S.6 Ep 98 Marii Dr. Abeba Diro Wajjin Marsaa 2ffaaf Gaggeessine, Kutaa 3ffaa(Maayyii)

186

S6. Ep 97 Marii Wahee Cyber Security Dr Abebe Diro Wajjin Gaggeessine Kutaa 2ffaa

187

S6.Ep96. Dr. Abebe Diro Wajjin Marii Wahee "Cyber Security" Ilaalchisee Gadfageenyaan Gaggeessine - Kutaa 1ffaa

188

S.6 Ep. 95. Marii Dr. Fiseha B. Tesema-n Qormaata Inni "Humanoid Social Robot" Irratti Gaggeesseefi Waan Bayyee Kutaa 3ffaa(Maayyii)

189

S.6 Ep.94 Marii Dr. Fiseha B. Tesema Wajjin Gaggeesine Kutaa 2ffaa

190

S.6. Ep 93 Marii Dr. Fiseha B.Tesema Wajjin Amna Inni Teknolooji Odoo Hordofuu Akkamiin Gama "Deep Learning(AI)" Qajeelee Kutaa 1ffaa

191

S6.Ep 92. Marii "Genetic Engineering" Dr. Jemal Muhammad Wajjin Gaggeessaa ture Kutaa 3ffaa(maayyii)

192

S6.Ep91 Marii Dr. Jemal Muhammad Wajjin Wahee "Genetic Engineering" Gaggeessine Kutaa 2ffaa

193

S.6 Ep. 90 Marii Dr. Jemal Muhammad Wajjin Waahee Genetic Engineering(designer babies) Gaggeessine- Kutaa Duraa

194

S.6 Ep 89 Haasaa Dr. Abebe Diro Wajjin Gaggeessine Kutaa 3ssoo

195

S.6 Ep 88 Marii Dr. Abebe Diro Wajjin Gaggeessine Kutaa 2ssoo

196

S.6 Ep 87 Haasaa Dr. Abebe Diro Wajjin Gaggeessine Kutaa Duraa

197

S.6 Trailer - Dhaadhessa

198

S.5. Ep. 86 Impaayara Warri ባርያ ፈንጋይ Irreen Ijaaree, Qawween Utubaa Asiin Gahe Keessatti Nagaa Waaraa Argamsiisuun Nidandahamaa?

199

S.5 Ep 85 Hariiroo Nyerereefi Ummata Musliimaa Tanzaaniyaa. Kutaa 4ffaa

200

S.5 Ep 84. Aarsaa Nyerereefi Tanzaaniyaan Bilisummaa Afrikaaf Kafalan. Kutaa 3ffaa

201

S.5 Ep. 83. Taanzaaniyaa Kolonii Jalaa Baasanii Ummata Bilisummaa Goonfachiisan Moo...? Kutaa 2ffaa

202

S.5 Ep. 82 Preezidaant Nyerere Maaltu Hogganoota Afrikaarraa Addasa Godhee? Kutaa I

203

S.5 Ep 81. Bilisummaan Fagoo Jirti

204

S.5 Ep. 80 Qabsoo Dheertu Uummatoota Biyya Chile fi Heera Isaan Tumatan

205

S.5 Ep. 79 Part II of Our Conversation about the Struggle of the Irish People

206

S.5 Ep 78 Conversation about the History, Struggles, & Triumphs of the Irish People - Part I

207

S.5 Ep. 77 Diinagdeen Weyta "Liberalized" Taatuu, Warra Kamtu Biyya Dhuunfachuuf Deemaa?

208

S.5. Ep. 76. Gaanfa Afrikaa Keessatti Humnoota Kamtu Warra Lafaa Meeshaa Godhate Wal-lolaa, Jiraataa Ture?

209

S.5.Ep. 75. Kitaaba "Principles for Dealing with the Changing World Order" Jattuun Walbarsiisu.

210

S.5 Ep. 74. Premier League Season 2022/2023 Irratti Yaada Gaggabaabdu

211

S.5 Ep 73. Barruu, "Who lost Ethiopia?" Irratti Yaada

212

S.5 Ep. 72 Conversation with Khadijah Abdurahman, an Independent Researcher & More

213

S.5 Ep. 71 Janaraal Abdiisaan "Humni Poolisa Oromiyaa Maaliif Ummatatti Roorrisaa?" Deebi Nuuf Laata.

214

S.5 Ep. 70 Kitaaba Jonathan Aldred, "Licence to be Bad " Irraa Gabaabdu Dubbanna

215

S.5 EP.69 Waltajjiifi Bobbaa Siyaasaa Baball'iffachuun Hammeenya Maal Qabaa?

216

S.5 Ep. 68 Marii Dr. Bizuneh, Barsiisaa Polotikaa, Wajjin Gaggeessine- Kutaa II

217

S.5 Ep. 67 Dr. Buzunaa- Barsiisaa Polotikaa - Wajjin Waahee Federaalummaarraa Marii Gaggeessine--- Kutaa Duraa.

218

S.5 Ep.66 Mootummaa Warra Ankober Buqqisuu Moo Tinn'isuut Oromiyaaf Fala?

219

SEASON 5. Trailer

220

S4.Ep 65. Conversation with Nunu Wako

221

S.4 Ep 64. Haasaa Hogganoota Waraanaa Jidduu Gaggeeffamteefi Galii Qabsoo Hidhannoo

222

S.4.Ep 63. Dr. Ibsaa Dugda Kallachaa Wajjin Kutaa 2ffaa

223

S.4. Ep62 Marii Dr. Ibsaa Dugda Kallachaa, Hayyuu Polotikaa, Waliin Gaggeesine

224

S.4 Ep 61. Yaadannoo J. Galaasaa Dilboo

225

S4.Ep60 Haasawaa Injinaar Baallamii Waliin

226

S4 Ep.59 Injinaar Dhaabaa Urgee Waliin Haasawaa Gaggeessine

227

S.4.Ep58 Hammeenya Raawwatame Jadhamee Naanneffamaa Jirurraa Hagam Fagoo Jirraa?

228

S4.Ep 57. Yaadasaa Badhaasaa, Hayyuu "International Relations", Waliin Haasawa

229

S.4 Ep56. Ukraaniyaafi Ruusiyaan Maalirratti Waldhaban?

230

S.4 Ep. 55 Haasawaa Prezidaantii Leylaa Wajjin

231

S4.Ep54 Haasawaa Weellistuu Muluu Baqqalaa wajjin

232

S4.Ep53. Haasawaa Janaraal Abdiisaa Wajjin

233

S.4 Ep 52. Haasawaa Qabsaawaa Gameessa fii Entrepreneur, J. Fatii Abbaamaccaa Waliin Gaggeessine

234

S4. Ep 51. Haasawaa Hayyuu Soshologiifi Falmattuu Mirgaa - Badittii Abbaajifaar

235

S4. Ep 50. Haasawa Falmattuu Mirgaa fii Hayyuu Polotikaa Faaxumaa Badhaasoo- Kutaa 2ffaa

236

S4. Ep 49 Haasawaa Falmattuu Mirgaa fii Hayyuu Polotikaa, Faaxumaa Badhaasoo Wajjin- Kutaa I

237

S3.Ep.48 Amna Ganna Tokkoo

238

S3.Ep 47. Boqonnaa Haarayaa

239

S3. Ep46 Hogganoonni Durii ABO Maaf Jaarmayaa Kana(garee tokko) Balaaleffatu?

240

S3.Ep 45 Dhibee Gurguddaatu Waltajii Siyaasaa Oromiyaa Gubbaatti Mull'ata

241

S3.Ep44 "Barcuma Kabajaa Abbaatu Of-jalaan Deemmata"

242

S3. Ep 43. Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa Ka Xaliilaa Deemaa Jiru Hinfakkaatu

243

S3.Ep42. Waan Asdeemaarraa Yaada Gabaabaa

244

S3.Ep41. Humni Oromiyaa Waltajii Marii Araara Gubbaa Maaf Dhabame?

245

S3.Ep 40 Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa Ititee Qabsoo Bifa Bayyanataan Gaggeessuuf Qophii Gahaa Qabaa?

246

S3. Ep39 Kandabrerraa Barachuun Ka As Deemaaf Hagam Qophooftanii Jirtan?

247

SE3.Ep38 October guyyaa 31 haga November guyyaa 12 bara 2021 Idil-Aduunyaan Maaliif Magaalaa Glasgowt Walgeessi?

248

S3. Ep.37. Qonnaan Jiraattoota aduunyaafi Warri Qonnarratti Qormaata Gaggeessu UN Morman

249

S3.Ep36 Galiin Warra Dirree Qabsoo Jiruu Maal?

250

S3.Ep35. Oromoon Ofiin Ijaaramu Maaliif Uggurama?

251

S2.Ep34 Afriqummaa(gurraachummaa) Jabeeffachuu

252

S2.Ep33. Guduunfaa Hiikuun Dadhabame!?

253

S2Ep32. Hayyee! Maalitti Jirma?

254

S2.Ep31 Haga Yoom Ofirratti Humna Biraa Aangoomsuun Itti fufaa?

255

S2.Ep30. Jiijjiiramni Haala Qilleensaa Akkaan Sodaachisaa Tahee Jira - Gabaasa IPCC AR6

256

S2.Ep29 Aadaa Qawween Olaantummaa Mirkaneeffachuu

257

S2.Ep28. Warri Xiiqii/ Haaloon Gulufu Ummata Qilee Hamtuutti Darbuuf Deema

258

S2.Ep27. Satoshi Nakamoton Eenyu? CRYPTOCURRENCY - Kutaa 5 (Maayyii)

259

S2.Ep26. Warra Bitocoiniifi Cryptocurrencyif Xurree Saaqe : CRYPTOCURRENCY - KUTAA 4

260

S2.Ep25. ALTCOINS, ETHEREUM fii NFT : CRYPTOCURRENCY - KUTAA 3

261

S2.Ep24. BLOCKCHAIN fii BITCOIN : CRYPTOCURRENCY - KUTAA 2

262

(Audio Edited) - S2.Ep23 CRYPTOCURRENCY - KUTAA 1

263

S2.Ep23. CRYPTOCURRENCY - KUTAA I

264

S2.Ep22 Cidha Humna Ortomaaraa Deebisee Ijaaruuf Hojjataa Jiru

265

SE2.Ep21 Jijjiirraa Siyaasaa/Mootummaa Asdeemaa Jiru

266

S2.Ep20 Mootummoonni fii Humnoonni Adda Addaa Maaliif Iccitii Walii Karaa Subqunnamtiin Gadbaasuu?

267

S2.Ep19. Haasawaa Entrepreneur Obbo Abdusalaam Waliin Goone

268

S2.Ep18. The State of Political Transitions in the Horn of Africa

269

S2.Ep.17 Odeessa Garagaraa fii Gabaasa Kitaabaa.

270

Season 2 Trailer

271

S.1 Ep.16. Marii Janaraal Abdiisaa Waliin

272

S.1 Ep.15. Duula Waraanaa Oromo Walloorratti Labsamee fii Dhiibbaa Warra Xobiyaafi Eritraarrat Godhamaa Jiru

273

S.1 Ep14. Inqilaabni Dura Taa'aa ABOrratti Raawwatame Woyi Waan Haarayaa?

274

S.1 Ep13. Walaloo

275

S.1 Ep.12. "Sirni Gabbaarummaa Haareeysi As Deemaa Jira"

276

S.1 Ep.11. Gadaa Oromiyaa Biyya Ambaat (GOBA) Ijaaruu

277

S.1 Ep.10. Diigamu Sirna Fedaraala Sabdaneessaa

278

S.1 Ep.9. Lagannaa Nyaataan of Wareeguun Xoobiyaa Keessatti Bu'aa Siyaasaa Argamsiisaa?

279

S.1 Ep.8. Hegereen Biyyaa (nation state) Maal Fakkaataa?

280

S.1 Ep.7 Warri Teknoologii Haarayaa fii Kuwwan Hafanis Maal Nurraa Fedhan? Maal Nurraa Guuraan? Garam Nuun Deemaa Jiran?

281

S.1 Ep.6 Ummatni Jaarmayaa fii Hoggana Jabaa Qabaa?

282

S.1 Ep.5. Biyti Tokko Guddataa Jirti Hogguu Jadhamu Maalfaatu Guddate ?

283

S.1 Ep. 4. Warri Xobiyaat Aango Gubbaa Jiru Biyya Garam Oofu Mala ?

284

S.1 Ep.3. Afree Oromootaa vs Afran Naggaadootaa

285

S1. Ep.2. Fincila Warra Arabaa Waggaa Kudhaniin Duubatti fii Kufaati Wayyaane?

286

S1. Ep1. Filmaatni 2021 gaggeeffamuuf Deemu Faaydaa Maal Qaba? (Repost with improved audio)

287

S.1 Ep.1 Filmaatni 2021 gaggeeffamuuf Deemu Faaydaa Maal Qaba?

288

Season 1 Trailer : Baga nagayaan Dhuftan

289

Welcome!